2022-09-22 16:00:13
Godina Harargee lixaa Aanaa Mi'eessoo Araddaa Ittisaa rorroo keessatti Maatii qabsaa'oota obbooleessa keessanttu bosona Jira jedhanii Abbaa Ilmaan torba Ahmed Sharaaf saanii jedhamuu ajjeessan Miilisha Mahammed Gurraachaa fiMiilisha Abdallaa MD Muussaa jedhamantuu yaakka tokkon male itti dhukkasani ajjeesaan
1.3K views13:00