Get Mystery Box with random crypto!

Engr SI raj

የቴሌግራም ቻናል አርማ sirajhu — Engr SI raj E
የቴሌግራም ቻናል አርማ sirajhu — Engr SI raj
የሰርጥ አድራሻ: @sirajhu
ምድቦች: ብሎጎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.40K
የሰርጥ መግለጫ

Bu'aa technology gargaaramuun kan hin danda'amne akka danda'amu gochuun jiruufi jireenya keessan salphisaa"
ስለ ቴክኖሎጂ እና ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው።
ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን።
#Creative #innovative#Solution #Entrepreneurship #Technology
Fb.me/sirajtechinventor

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

2

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-05-22 23:05:58 Afaan Oromoo yeroo ammaa Afaan Hojii:
Feesbuukii
Gugilii
WaatisAappii
Telegiraama
Kanneen asii olii irra yoo jiraattan #AfaanOromoo irratti deebifattanii fayyadamuu keessaniin qofa, ilmaan Oromootiif #carraahojii akka uumamu sababa taatu beekaa....

Instagram, Twitter, Linkedin.... In very soon

@abdisabancha hordofaa odeeffadhaa

#share godhaa waliif dabarsaa
2.1K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 20:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-13 23:01:11
Namootni tokko tokko osoo jecha tokkollee hin gumaachin, erga Afaan Oromoo tarree Afaanota Idil-Addunyaa hiriiree osoo yaada hin kennin - #Gugilii ilaaluuf deemee dogoggora barbaadee waan hojjatame xiqqeessuuf yaalu fa'atu jira. #Safuudha....

Namni Dhimmi Afaan kanaa na ilaallata jettu ammoo dogoggora argite #Feesbuukittiin fiiguu dhiisaa achumatti tartiiba 4n kana hordofaa hanqinnoota sirreessuudhaan gahee keessan bahaa
1.9K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 20:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-12 23:28:21 Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaa sirna "Google Translate" keessatti hammatamanii jiru.

Afaanota adda addaa kan hiiku Google Translate afaanota dabalataa 24 gara sirnichaa galchuu beeksiseera. Kana keessaa Afaan Oromoo fi Tigriffaa kessatti hamatamanii jiru.

Afaanota haara dabalaman waliin sirna hiikka kana keessatti afaanota addunyaa 133 hiikuu isa dandeessisa jedhame.

Kanaan dura afaan Amaariiffa sirna kana keessatti hiikkamaa turuun isaa ni yaadatama.

t.me/sirajhu
1.4K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 20:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-07 13:50:16 #Itiyoo_Telekoom

Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.

Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera. 5G’n yeroo ammaa kana addunyaan kan irra gahee neetwoorkii moobaayilii dhumaati.

T.me/sirajhu
1.2K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 10:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-01 14:11:05
#ALHAMDULILLAH Dhukkuba na dhukkube dandamadhe amma gahee jira
Hojii koo yaalittis deebi'ee jira.

I'm recovering from my injuries, i'm back with creative science work

#home_of #technology #creative #entrepreneurship #solutions
#innovative #solve
Waan hin beekne isin irraa barataa waan beeku isin barsiisaa barachuuf qophitti jirtuu

#siraj_husien SI Raj t.me/sirajhu
1.1K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 11:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-04-22 07:28:50
Radiyoon kan kalaqamee kalaqaa Guglielmo marcomi bara 1901 A

▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
Dhaloota rakkoo furu malee dhaloota rakkoo uumuu hin ta'inaa"

ችግር ፈቺ እንጅ ችግር ፈጣሪ ትውልድ አንሁን።

Let's be a problem-solver, not a problem-solving generation.
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
#homeof #Technology #Entrepreneurship #innovative #Creative #Solution
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
t.me/sirajhu
fb.me/sirajtechinventor
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.1K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 04:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-04-20 19:14:03 Waan hin beekne isin irraa barataa waan beeku isin barsiisaa barachuuf qophitti jirtuu

t.me/sirajhu
913 viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, 16:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-04-18 10:44:12
oolmaa gaari qabadha!

hojii kiyya beeksisuf karaa toora Facebook page banee waan jiruuf follow gochun ana hordofuu dandeessu.

galatoomaa!

dhaloota rakko furu malee dhaloota rakkoo uumu hin ta'inaa.

http://t.me/sirajhu
@siraj_hu
4.2K viewsᔑᏆᖇᗩᒍ 卄, edited  07:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-04-02 11:37:59
Obboloonni keenya amantaa muslimaa hundi keessan baga guyyaa ramadaanaa geessan !

Ramadaan mubaarak!

@sirajhu
1.0K views08:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-03-31 13:27:03
#EthioTelecom

ItiyooTeeleekoomiin barattootaaf kuufama addaa "qayyabannaaf isaan gargaara" jedhe qopheesse.

ItiyooTeeleekoomiin barattoota yuunivarsitiifi Koolleejjiif kuufama addaa qopheessuu beeksise.

Bifuma kanaan :

JI'AAN

Qarshii 34, sagalee daqiiqaa 180 + badhaasa daqiiqaa 90 + ergaa gabaabaa 100

Qarshii 64, sagalee daqiiqaa 360 + badhaasa daqiiqaa 200 + ergaa gabaabaa 150

Qarshii 42, DATA 1GB + badhaasa 512MB + ergaa gabaanaa 100

Qarshii 82, DATA 2GB + badhaasa 1.1GB + ergaa gabaabaa 150

TORBEEN

qarshii 29, DATA 3GB

Barattoonnis waraqaa eenyummeessaa barattoota koolleejjii ykn Yuunivarsitii ta'uu isaanii mullisu qabachuun kara giddu gala gurgurtaa deemuun kuufama kana bitachuu ni danda'u.

Hubachiisa

Badhaasaafi kuufamni Torbee halkan irraa sa'a 6:00-12:00 qofa dalaga

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
@sirajhu
1.0K views10:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ