Get Mystery Box with random crypto!

Namootni tokko tokko osoo jecha tokkollee hin gumaachin, erga | Engr SI raj

Namootni tokko tokko osoo jecha tokkollee hin gumaachin, erga Afaan Oromoo tarree Afaanota Idil-Addunyaa hiriiree osoo yaada hin kennin - #Gugilii ilaaluuf deemee dogoggora barbaadee waan hojjatame xiqqeessuuf yaalu fa'atu jira. #Safuudha....

Namni Dhimmi Afaan kanaa na ilaallata jettu ammoo dogoggora argite #Feesbuukittiin fiiguu dhiisaa achumatti tartiiba 4n kana hordofaa hanqinnoota sirreessuudhaan gahee keessan bahaa