Get Mystery Box with random crypto!

Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaa sirna 'Google Translate' keess | Engr SI raj

Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaa sirna "Google Translate" keessatti hammatamanii jiru.

Afaanota adda addaa kan hiiku Google Translate afaanota dabalataa 24 gara sirnichaa galchuu beeksiseera. Kana keessaa Afaan Oromoo fi Tigriffaa kessatti hamatamanii jiru.

Afaanota haara dabalaman waliin sirna hiikka kana keessatti afaanota addunyaa 133 hiikuu isa dandeessisa jedhame.

Kanaan dura afaan Amaariiffa sirna kana keessatti hiikkamaa turuun isaa ni yaadatama.

t.me/sirajhu