Get Mystery Box with random crypto!

#Itiyoo_Telekoom Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dh | Engr SI raj

#Itiyoo_Telekoom

Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.

Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera. 5G’n yeroo ammaa kana addunyaan kan irra gahee neetwoorkii moobaayilii dhumaati.

T.me/sirajhu