2022-06-26 06:22:51
YEROON HAQA WALITTI HIMTAN HIN GEENYEE LAATA?!
✓ Ummata Kana Haqiiqan eenyutu isaan akkanatti miidhe?! Eenyutu isaan Boochise?!
➠DEEBII:- Gaafuma Gareen Ahbaash Kan amma Ummata boochisaa Jira jettan Kun biyya tana seenerraa eegalee Akka itti isin ummataan taphattan yoo isiniif himne,
✺ “Ahbaash Ergamtuun Yahuudaa sitti dhufte Ka'ii falmadhu” jettanii Ummanni Keenya Diinii isaatif Jedhee Cal tahee dhume.
✺ Gaafa Silaa Taayitan Ahbaash Harkaa fuudhamuu danda'u “Nuti Maqaa Muslimaa Malee ‘Ahbaash - Maarroo’ ykn ’Suufiyyaa/Salafiyyaa’ jennee Wal hin qoodnu..” .... “Nuti Jalqabas Wanti isinirratti Ummata kakaasnee Qabsoofnef Waan Aangoo Majliisaa Humnaan qabattaniif malee Yoo Mariidhan Kan Aangoo Waliif qoodnu tahe Waliin Hojjachuu dandeenya” jettanii Garee Ahbaashaa Ofumaaf itti araaramtan, Walgahii hunda “Walgahii Araaramaaf Tokkummaa” jechaa lafa dhiphisaa turtan.
✺ Namoota Sharrii Keessan Kana isinitti hubatan Cufa “Kunneen Farra-Tokkummaa ti” jettanii hidhaa, Biyyarraa buqqisuu fi Maqaa balleessutti gadi teessan.
➳ Haala Kanaan Warra Ergama Yahuudaa Qabatee dhufe Waliin Ergama Yahuudaa San Muslima irratti gaggeessaa turtanii Amma Jeedalloo Re'ee nyaattee Deebite Aabicha re'ee Waliin boossu taatanii nurratti Abshaalomuuf yaaltu.
➳ Badiin teessan sadarkaa Kanatti Ummata baldhaa irratti yoo muldhattu kun isa jalqabaa tahuu dhabus, Kun sirritti ifa bahee Kan muldhachuu dandahu tahuun isa jalqabaati!
➥ #SHARE ➥
https://t.me/Quran_wesunah
1.5K viewsedited 03:22