Get Mystery Box with random crypto!

Magarsaa Qilxuu

የቴሌግራም ቻናል አርማ magarsaaqilxuu — Magarsaa Qilxuu M
የቴሌግራም ቻናል አርማ magarsaaqilxuu — Magarsaa Qilxuu
የሰርጥ አድራሻ: @magarsaaqilxuu
ምድቦች: ፖለቲካ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.03K
የሰርጥ መግለጫ

Hundumtuu guuteet miti
Irra keessa kolfinaa
Kan kaleessaayyu hin qoorre
Madaa keenya hin horfiinaa!
we love Our flag!🟥🟩🟥

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-08-31 21:38:39 Finfinnee!

Magaalaa Finfinnee keessatti sakatta'insi cimaan guyyoottan lamaan darbe irraa eegalee haalaan jabaatee itti fufee waan jiruuf imaltoonni taaksiis ta'e konkolaataan adeemtan of tiksaa. Bakka bakkatti bilbila pattern nama bansiisanii sakatta'u, waraqaa eenyummesssaas sii ilaalu jedhu jiraattonni. Kanaafuu waraqaa eenyummeessaa keessan qabadhaa socho'aa, waan waa'ee qabsoo calaqqisiisu bilbila keessanitti qabattanii hin socho'iinaa!
498 views18:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-31 21:37:10
#WBOn_Haa_Waaru
492 views18:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-31 20:47:33 Inbox
Of-Eeggannoo!
Namtichi Haadha isaan Tigree Abbaa isaatin Gojje ta'e , Abbaan Qabeenyaa Hoteela Bisraat Magaalaa Mattuu Ilmaan oromoo Sabboonummaa qaban ittin faalee fixuuf Nyaata Sum'ii qaama namaa keessa turee Laashesse ajj*eesuun qopheessee nyaachisaa jiraachuu gabaasaan icciitiin kun bira qaqqabe amanamaan nuuf gabaaseera.

Yeroo darbe Mana sanatti haffeerra namootni dhuunfaa na affeeraniin dhukkuba irra bu'ee turuun koo ni yaadatama. Kanaaf Ilmaan oromoo Nyaata mana sanaarra of eeggadha!!

Mattu , Ilubbaaboor, Oromiyaa!
492 views17:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ