Get Mystery Box with random crypto!

Finfinnee! Magaalaa Finfinnee keessatti sakatta'insi cimaan g | Magarsaa Qilxuu

Finfinnee!

Magaalaa Finfinnee keessatti sakatta'insi cimaan guyyoottan lamaan darbe irraa eegalee haalaan jabaatee itti fufee waan jiruuf imaltoonni taaksiis ta'e konkolaataan adeemtan of tiksaa. Bakka bakkatti bilbila pattern nama bansiisanii sakatta'u, waraqaa eenyummesssaas sii ilaalu jedhu jiraattonni. Kanaafuu waraqaa eenyummeessaa keessan qabadhaa socho'aa, waan waa'ee qabsoo calaqqisiisu bilbila keessanitti qabattanii hin socho'iinaa!