Get Mystery Box with random crypto!

Inbox Of-Eeggannoo! Namtichi Haadha isaan Tigree Abbaa isaati | Magarsaa Qilxuu

Inbox
Of-Eeggannoo!
Namtichi Haadha isaan Tigree Abbaa isaatin Gojje ta'e , Abbaan Qabeenyaa Hoteela Bisraat Magaalaa Mattuu Ilmaan oromoo Sabboonummaa qaban ittin faalee fixuuf Nyaata Sum'ii qaama namaa keessa turee Laashesse ajj*eesuun qopheessee nyaachisaa jiraachuu gabaasaan icciitiin kun bira qaqqabe amanamaan nuuf gabaaseera.

Yeroo darbe Mana sanatti haffeerra namootni dhuunfaa na affeeraniin dhukkuba irra bu'ee turuun koo ni yaadatama. Kanaaf Ilmaan oromoo Nyaata mana sanaarra of eeggadha!!

Mattu , Ilubbaaboor, Oromiyaa!