Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.06K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 12

2023-10-20 11:11:55
Qusannaan har’a taasiftan, dhagaa golee  egeree keessan borii qajeelchee dhaabudha.  Tarkaanfii mul’ata keessan dhugoomsuuf taasiftan, Herreegni Qusannaa Waadii’aa cimsee isiniif dhaaba.  Boruu keessan har'a Koopbank Alhuudaa wajjin ijaaruu eegalaa!

የዛሬ ቁጠባዎ ለነገዎ ሥኬት መሠረት ነው፡፡  ወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ ህልምዎን  በጠንካራ መሰረት አቁሞ ይገነባል፡፡ ነገዎን ዛሬውኑ ከኮፕባንክ አልሁዳ ጋር መገንባት ይጀምሩ፡፡

Every deposit you make is a brick in the foundation of your future. Coopbank Alhuda's Wadia Saving Account builds a strong base for your dreams to stand upon. Start constructing your tomorrow today!
#CoopbankAlhuda #InterestFreeBanking
21.6K viewsedited  08:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-14 21:26:01
Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa du’aan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko kan taate Haloon, aadaaf artii Oromoo guddisuu keessatti gumaacha taasifteen jaalala guddaa ummata Oromoo biraa horattee jirti.
Boordiin Daayeraktarootaa, Hojii gaggeessitootnii fi hojjattootni Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa gadda guddaa nutti dhaga’ame ibsaa, maatii, firoottaniifi jaallattoota isheef jajjabina hawwina!

The beloved singer Haloo Daawwee has passed away. She was one of the icons of Oromo women artists who contributed to the Oromo arts and culture for a long time.
The Board of Directors, Management, and staff of the Cooperative Bank of Oromia extend our deepest condolences to her family, friends and the entire nation.
19.2K viewsedited  18:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-14 14:27:05
Baankiin keenya kaffalaa gibiraa sadarkaa olaanaa ta’uun beekamtii kabajaa Pilaatiiniyemii Ministira Galiiwwanii irraa argateera. Badhaasni kun hirmaannaa guddina dinagdee biyyaa keessatti qabnu kan mirkaneessuudha. Qaama imala keenyaa ta'uu keessaniif galatoomaa!

ባንካችን ከፍተኛ ግብር ከፋይ በመሆን የፕላቲኒየም የክብር እውቅና ከገቢዎች ሚኒስቴር ተቀብሏል። ይህ ሽልማት ለሀገራች የኢኮኖሚ እድገት የበኩላችንን እየተወጣን መሆናችን የሚያረጋግጥ ነው።
የጉዞአችን አካል ስለሆናችሁ እናመሰግናለን!

#Coopbank #PlatinumTaxpayer #EconomicSupport
13.4K viewsedited  11:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-07 10:01:08
Baga Ayyaana #Irreecha Birraa Hora Finfinnee fi Hora Arsadii nagaan isin ga’e!
Baga bacaqii gannaa baatanii booqa birraa argitan! Saddeenni dirootti isinii haa naanna’u!
Ayyaana Gaarii!
21.6K views07:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-06 11:03:47

14.9K views08:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-05 19:15:08 Jalabultii Irreechaa waajjira muummee keenyatti

Irreechaa vibes at our headquarters
#Irreecha2023
14.9K views16:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-05 19:15:04
14.4K views16:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-05 19:14:51
13.1K views16:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-04 16:54:36
Dorgommii Tiiktookiirratti viidiyoo Michuu 2.0 beeksisuurratti hirmaachuun hamma birrii 100,000 mo’achuuf yeroo gahaa qabdu.
Hirmaadhaa!

Odeeffannoo guutuu dorgommichaa argachuuf liinkii armaan gadii hordofaa.

ምቹ 2.0ን በቲክቶክ የማስተዋወቅ ውድድር ላይ በመሳተፍ እስከ 100,000 ብር ለማሸነፍ በቂ ጊዜ አለዎት።
ይሳተፉ!

የውድድሩን ዝርዝር መራጃዎች ለማግኘት ከታች ያለውን ሊንክ ይከተሉ
https://t.me/coopbankoromia/1631
14.6K views13:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-02 15:07:56 Mahammad Yunus hoji uumaa, ogeessa baankii fi dinagdee beekamaa lammii Baangilaadish

• Mahammad Yunus bara 1983tti Baankii Giraamiin Baangilaadish keessatti hundeessuun daran beekamaa ta’e. Baankiin Giramiin qaamoleen hawaasaa galii gadaanaa qaban, keessattuu dubartoonni, daldala xixiqqaa akka jalqaban fi hiyyummaa keessaa of baasan gargaaruuf liqii dhiyeessuun dursaa ture.

• "Creating a World Without Poverty" fi "Banker to the Poor" dabalatee kitaabota hedduu barreesseera.

• Mahaammad Yunusii fi Baankiin Giramiin sochii dinagdee qamolee hawaasaa galii gadaanaa qabaniiff karaa liqii xiqqaa dhiyeessuufi hojii uumuun gumaacha taasisaniin badhaasa Noobeelii bara 2006tti lamaan badhaafamaniiru.

Jireenya Mahaammad Yunus irraa, kutannoon nama tokkoo jijjiirama hawaasaaf gumaacha guddaa akka qabu hubachuu dandeenya. Hojiin inni irratti hojjete, gargaarsi xixiqqoo illee hiyyummaa hir’isuu irratti dhiibbaa guddaa qabaachuu akka danda’u agarsiisa.

መሐመድ ዩኑስ ታዋቂው ባንግላዲሻዊ ስራ ፈጣሪ፣ የባንክ ባለሙያ እና ኢኮኖሚስት

• መሐመድ ዩኑስ ይበልጥ ዝናን ያተረፈው በ1983 በባንግላዲሽ ግራሚን ባንክን በመመስረት ነው። ግራሚን ባንክ የማይክሮ ብድር ጽንሰ-ሀሳብ ፈር ቀዳጅ በመሆን ድሃ ለሆኑ ግለሰቦች በተለይም ሴቶች ትናንሽ ንግዶችን እንዲጀምሩ እና ከድህነት እንዲወጡ ረድቷቸዋል።

• "Creating a World Without Poverty" እና "Banker to the Poor"ን ጨምሮ በርካታ መጽሃፎችን አዘጋጅተዋል።

• መሐመድና ግራሚን ባንክ በማይክሮ ብድር እና በማህበራዊ ስራ ፈጠራ ዝቅተኛ ገቢ ላላቸው የማህበረሰብ ክፍል ኢኮኖሚያዊ እንቅስቃሴ ላበረከቱት አሰተዋፅኦ በ2006 በጥምር የኖቤል ሽልማት ተሸላሚ መሆን ችለዋል።

ከመሐመድ ዩኑስ ሕይወት የአንድ ሰው ቁርጠኝነት ለማሕበረሰብ ለውጥ ትልቅ አስተዋፅኦ እንዳለው መረዳት እንችላለን። በማይክሮ ብድር እና በማህበራዊ ስራዎች ውስጥ የአቅኚነት ስራው እንደሚያሳየው አነስተኛ ድጋፎችም በድህነት ቅነሳ ላይ ትልቅ ተፅእኖ ሊኖራቸው እንደሚችሉ ማሳያ ነው።
#Coopbank #MondayMotivation
15.3K viewsedited  12:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ