Karaa lamatu jira. Wal maddii-wal bira. Achi siqee...fagaatee, Wal irraa gora Damee danuu hora! Imalaan daandiif bahu Lama filachuun hin tau! Gaafa deemsa eegalu Dhuma dagachuun hin malu! Sababni... Daandiin Jaldeessaa Dhumni qilee geessa Diinagdee Dabalee Walaloo erguuf @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala 10.2K viewsYW Kaachuu, 18:41