Get Mystery Box with random crypto!

Kan fakkeessaa malee, Nadhii jaalalaaa kennitu Kan bara ishee | Walaloon Jaalala

Kan fakkeessaa malee,
Nadhii jaalalaaa kennitu
Kan bara ishee guutuu,
Waan ilmaanii dhimmitu
Kan ba'aa jireenyaa,
Qooda maatii baattu
Umriin dabalameefi,
Harmeen haa jiraattu!


Diinagdee Dabalee
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala