2023-03-30 21:02:53
Saamicha march 26- 30,2023
Bakka Itti raawwate- Aanaa Midaa Qanyii ganda Garaado
Yoom Raawwate- March 26-30, 2023
Gosa Yakkaa- saaminsa, Reebichaa fi mana qotee bulaa Oromoo Guggubuu
Yakkicha
1. Waldaa makaaniyesuusi – qabeenya waldaa sanaa saaman, soolaari, keyboard fi Teessoo 500 ol caccabsan.
2. Waldaa Muluu wangeeli- qabeenya waldaa sanaa saaman, soolaari, keyboard fi Teessoo hedduu gad baasani caccabsan.
3. Midhaan mana hunda keessa guuran.
4. Obboo Garramuu Irrafuu kumtaala 80 saaman
5. Baqqalaa Bulbulaa mana gubanii kumtaala 40 fudhatan
6. Mana Shallamaa Battuulee mana gubanii, midhaan kumtaala 25 ol fudhatan
7. Haga ammaatti midhaan kumtaala 350 ol magaala Aanaa midatti fe'ataniiru.
8. Horii Uummata 700 kan caalu fudhachuuf walitti qabanii jiru.
9. Haga ammaatti horii uummataa 40 ol qalataniiru.
10. Suukii leencoo naggasaa mi'a kumaa 120 olitti tilmaamamu saaman
11. Suukii kabbabaa Garramuuti mi'a kuma 90 olitti tilmaamamu saaman
12. Suuqii Lalisaa.Shuumii mi'a kuma 120tti tilmaamamu saaman
13. Namoota reebaman
- Obboo Garramuu Faanaa umurii waggaa 70 Reebicha hamaa irraan ga'an
14. Mana Kuusaa Shishoos ni guban.
1.4K views18:02