Get Mystery Box with random crypto!

Waadaan haalotaan ni jijiramaa? Humni isaa hoo hagami? Waadaa | TIKVAH-MAGAZINE

Waadaan haalotaan ni jijiramaa?

Humni isaa hoo hagami? Waadaa eegutu caalaa moo aarsaa fi bu’aa ba’ii humna namaa ol fakkaatuu fudhachuu?

Diraamaan Waadaa hiriyoota yuunivarsitii kessatti walbaran irratti xiyyeefatu gaaffii kana nuu deebisa.

Kaffaltii kaffaluuf, paakeejii kessan jijjiruuf, akkasumas tajaajiila DStv kanneen biroo argachuuf;

Linkii My DStv tuqaa!

http://bit.ly/3IYTcii

#Hunduukanjirunubira #DStvEthiopia #ሁሉምያለውእኛጋርነው #MaaddiiAbol #Wadda