Get Mystery Box with random crypto!

Oromia Times — የቴሌግራም ቻናል

የቴሌግራም ቻናል አርማ oromiastudent_s — Oromia Times O
የቴሌግራም ቻናል አርማ oromiastudent_s — Oromia Times
የሰርጥ አድራሻ: @oromiastudent_s
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 40.07K (መረጃው እስከ 07.10.2026)
ተመሳሳይ ቻናሎች ትምህርት
የሰርጥ መግለጫ

Telegiraam chaanaalii kana irratti oduu fi odeeffannoo Oromiyaa fi addunyaa ni argattu. Yaada: @fayisa8 Youtube 👉👉 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

9 jaan
Seenaa dhugaa kana dubbisaa

Fedhii coding and Tech kutaa 9 irraa jalqabeen qaban ture. Bara sanaa jalqabee yeroon doktora argu medicine'n baradha , yeroon sooressa baankii argu accounting'n baradha jechuu dhiisee kallattiin software ykn computer science baradha jechuun jalqabe. barattoota senior software ykn computer science wajjin haasa'aa waanan tureef akka waanan barachaa jiruutti natti dhaga'amas ture. Maatirikii koos nan darbe. Yuunivarsiitiin barbaadettis ramadameen barumsa koo jalqabe. Yeroon yunivarsiitii seenu software barachuuf guutummaa guutummaatti murteesseen ture. Maaltu akka na keessa seene hin beeku, garuu yeroon freshman jalqabu salphaa natti fakkaate. Dorgommii department software keessa seenuuf godhamu nan wallaale

Waggaa itti aanutti yeroon nuti yunivarsiitii seennu department nuti seenne gadi lakkifame. Yeroon dhaqee ariifadhee ilaalu urban development jedha department'n hin barbaanne kana waggoota dheeraaf Akkan barachuuf deemu gaafan yaadu nan yaadda'e. "dhugaas natti hin fakkaanne". Amma natti tolus jibbus department kana barachaan jira.

Walumaa galatti barattoonni Fresh amma yeroon final waan isinitti dhiyaateef barnoota keessan irra yaada keessan kaawuutu isin irra jira. Akkasumas, barsiisonni Fresh baay'ee barsiisuu hin jaallatan. Isaan hordofuu dhiisaatii ofii keessaniif dubbisaa !!! Gaaffilee shaakalaa isa kana nutis isin gargaarra . Moojuula dubbisuu qofa osoo hin taane sirriitti hubadhaa. (Fresh keessatti sammuutti kan shamaddadee fi concept isaa kan hubate bu'aa wal fakkaatu hin fidu)

Join
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s

Join
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
4.85K viewsedited  18:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
16 dets 2025
#MOE

Ministeerri Barnootaa barattootni mana barumsaa bultii addaa federaalaa keessatti barachuuf dorgomanii mana barumsaa itti ramadamanitti yeroon galmee Mudde 11 fi 12/2018 ta’uu beeksisuun isaa ni yaadatama.

Barattoonni mana barumsaa bultii addaa bakka itti ramadaman yeroo deeman warra ykn maatii, guddiftuu ykn nama itti gaafatamummaa isaanii qabu waliin deemuun akka qabanis ibsamee jira.

Warri, guddisaan ykn itti gaafatamaan barataa sanaa sanada waliigaltee manni barumsichaa qopheesse mallatteessuun hoggansa mana barumsichaatiif dhiyeessuu qabus jedhame.

Join
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s

Join
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
3.42K viewsedited  16:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
14 aug 2025
Picture 1 from Oromia Times 2025-08-14 13:32:43
#Beeksisa #BBO

Barattoota Idileefi Haaraa Bara 2018 Hundaaf

#Galmeen_Barattoota_Idileefi_Haaraa Bara 2018 Hagayya 26/2017 Jalqabama.
------------------
BBO- Hagayya 08/2017 Galmeen Barattoota Idileefi Haaraa Bu'uura Boruu dabalatee barattootni kutaa 1- 12 jiran hundi #Hagayya 26/2017 Hanga #Qaammee 5/2017tti kan gaggeeffamu ta'uu Kalaandariin Barnootaa Bara 2018tti agarsiiseera.

Kalaandarii Barnootaa Bara 2018 #Guyyoota Barnootaa 214 Qaba.
#Semisteerri 1ffaan Guyyoota 112 kan qabu yoo ta'u,
#Semisteerri 2ffaan immoo Guyyoota 102 qaba.

#Odeeffannoo_guutuu_argachuuf Kalaandarii Barnootaa armaan ol Jiru Ilaalaa.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
3.96K viewsFayisa Hailu, 10:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ

ተደጋግመው የሚነሱ ጥያቄዎች

ስለ Oromia Times በተደጋጋሚ የሚነሱ ጥያቄዎች

Oromia Times (@oromiastudent_s) በ Telegram Store ካታሎግ ውስጥ የተዘረዘረ የቴሌግራም ቻናል ነው። በዚህ ገጽ ላይ ያለው «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» አዝራር ቻናሉን በቴሌግራም በኩል ይከፍታል።
በዚህ ገጽ ላይ «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» ይጫኑ ወይም በቴሌግራም @oromiastudent_s ብለው ይፈልጉ። ቻናሉን አሁንም መቀላቀል ይቻል እንደሆነ ቴሌግራም ራሱ ያሳያል።
የ Telegram Store ካታሎግ ለዚህ ገጽና ሊንክ ክፍያ አይጠይቅም። ቻናሉ ነፃ መሆኑን የሚወስነው በቴሌግራም ላይ ባለቤቱ ነው።
በካታሎጉ ውስጥ ለ Oromia Times 40.07K ተመዝጋቢዎች ተመዝግበዋል (መረጃው እስከ 07.10.2026)። የአሁኑ ቁጥር በቴሌግራም ይታያል።
በካታሎጉ ውስጥ የ Oromia Times ቋንቋ አማርኛ ተብሎ ተመዝግቧል።
አዎ፣ ተመሳሳይ ቻናሎች በዚህ ገጽ ከታች ተዘርዝረዋል።
ይህ ገጽ ስለ Oromia Times የካታሎግ መረጃና የቻናሉን ሊንክ ያሳያል። ልጥፎቹ ራሳቸው በቴሌግራም ይነበባሉ።
Oromia Times avatar
Oromia Times @oromiastudent_s
በቴሌግራም ይክፈቱ