#MOE Ministeerri Barnootaa barattootni mana barumsaa bultii a | Oromia Times
#MOE
Ministeerri Barnootaa barattootni mana barumsaa bultii addaa federaalaa keessatti barachuuf dorgomanii mana barumsaa itti ramadamanitti yeroon galmee Mudde 11 fi 12/2018 ta’uu beeksisuun isaa ni yaadatama.
Barattoonni mana barumsaa bultii addaa bakka itti ramadaman yeroo deeman warra ykn maatii, guddiftuu ykn nama itti gaafatamummaa isaanii qabu waliin deemuun akka qabanis ibsamee jira.
Warri, guddisaan ykn itti gaafatamaan barataa sanaa sanada waliigaltee manni barumsichaa qopheesse mallatteessuun hoggansa mana barumsichaatiif dhiyeessuu qabus jedhame.
Join
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Join
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub