#Beeksisa #BBO
Barattoota Idileefi Haaraa Bara 2018 Hundaaf
#Galmeen_Barattoota_Idileefi_Haaraa Bara 2018 Hagayya 26/2017 Jalqabama.
------------------
BBO- Hagayya 08/2017 Galmeen Barattoota Idileefi Haaraa Bu'uura Boruu dabalatee barattootni kutaa 1- 12 jiran hundi #Hagayya 26/2017 Hanga #Qaammee 5/2017tti kan gaggeeffamu ta'uu Kalaandariin Barnootaa Bara 2018tti agarsiiseera.
Kalaandarii Barnootaa Bara 2018 #Guyyoota Barnootaa 214 Qaba.
#Semisteerri 1ffaan Guyyoota 112 kan qabu yoo ta'u,
#Semisteerri 2ffaan immoo Guyyoota 102 qaba.
#Odeeffannoo_guutuu_argachuuf Kalaandarii Barnootaa armaan ol Jiru Ilaalaa.
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s