Get Mystery Box with random crypto!

Miseensa 1000 ol Waliin Chaanelli keessan 'GODOLIYAAS' turt | ⛪✥HUNDEE AMANTAA✥⛪

Miseensa 1000 ol Waliin

Chaanelli keessan "GODOLIYAAS" turtii ji'a lama hin guutne keessatti miseensota #800 ol horatee jira. Amma immoo bara haaraa fuldura keenya jiru miseensota #1000 ol waliin kabajuuf karoorfateera. Kana kan godhu immoo anumaaf fi si'idha! Kanaafuu dursii ofii #join godhi isa booda yoo xiqqaate hiriyyoota kee #sadiif qoodi!
Yoo wal dhageenye Waaqayyo nu dhagaha; yoo walcina dhaabbanne Waaqayyo nu wajjin ta'a!

Yeroo baay'ee wantoota nuti salphisnee ilaallu sababa fayyina keenyaa ta'uu danda'u waan ta'eef #ergaa obbolummaa kana salphistee hin ilaaliin obboleessa/eettii koo! Akkuma na dhageesse Waaqayyos si haa dhagahu; gatiin kee samiirraati!

Yaada ykn Gaaffiif @lamtesh

Miseensa ta'uuf link gadii "VIEW CHANNEL" jedhu tuquun #join godhaa!

https://t.me/Kalabhiyahu