Get Mystery Box with random crypto!

21/07/2022 Injjiiffaanoo Guyya kaleessaa Onaa Wallaggaa lixa | Marroo Caffee Bulluq

21/07/2022
Injjiiffaanoo
Guyya kaleessaa Onaa Wallaggaa lixa Magaala Begii ti lolaa WBO waaraana pp iraati fudhatee Guyya kaleessaa jechuun 20/07/2022
Heeduun waaraana pp saamiiti kan ol ergamtee yoo taatuu kan WBON harkaan qabee Bayyiinnii ishee Namaa 6 ta'uun baramee jiraa
Injjiiffaanoon kan ummata oromoo ti.
@marroocaffeebulluq