Get Mystery Box with random crypto!

28/07/2022 Iɴᴊɪғᴀɴɴᴏᴏ Cᴜʟᴜʟᴜǫᴀᴀ Konya Qellem wallaggaa Dambii | Marroo Caffee Bulluq

28/07/2022
Iɴᴊɪғᴀɴɴᴏᴏ Cᴜʟᴜʟᴜǫᴀᴀ
Konya Qellem wallaggaa
Dambii fi Anfilloo gidduu
Bakka Abbaa jaarraatti

Gootichi waantee sabaa 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝗺𝗺𝐚𝐚 𝐎𝐫𝗼𝗺𝗼𝗼 (𝐖𝐁𝐎'𝐧) waraana weerartuu harcaatuu pp yeroo ammaa kana daandii 𝐃𝐚𝗺𝐛𝐢 𝐃𝗼𝗼𝐥𝐥𝗼𝗼 irraa gara Ona 𝐀𝐧𝐟𝐢𝐥𝐥𝗼𝗼 geessu bakka addaa 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 jedhamutti humna hedduu osoo isheen konkolaan deemaa jirtuu itti bahee lolee guutummaan guut*ti daaraa ishee godhee
*** 𝐊𝗼𝐧𝐤𝗼𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢*𝐟𝐢
*** 𝐁𝗼𝗼𝐭𝐭𝐞𝐞 2 irraa dhuunfatee waraana ishee fi meeshaa ishee akka jirutti irraa dhuunfachuun 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐟𝐚𝐧𝐧𝗼𝗼 cululuqaan baheera.

@Marroocaffeebulluq