Get Mystery Box with random crypto!

Marroo Caffee Bulluq

የቴሌግራም ቻናል አርማ marroocaffeebulluq — Marroo Caffee Bulluq M
የቴሌግራም ቻናል አርማ marroocaffeebulluq — Marroo Caffee Bulluq
የሰርጥ አድራሻ: @marroocaffeebulluq
ምድቦች: ብሎጎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.81K
የሰርጥ መግለጫ

Adeemsa qabsoon Oromoo irra jirtu, kan Qeerroof Jajjabee, Kan keessaaf alaa.
Kitaabilee(Seenaalee) Walaloo, qoosaa(meme) hiika qabaniif koottaa nooraa.
Yaadaf @AbisheBot

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-08-12 11:12:17
Injifannoo WBO!
435 views08:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-10 23:41:02 https://www.facebook.com/100077717733302/posts/166501145950476/?flite=scwspnss
507 views20:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-10 17:56:34 Blog keenya gubbaa deemtanii barreeffamoota dhedheeroo argachuu dandeessu.

Daataa illee waan siniif qusatuuf achiin follow godhaa hordofaa. Maxxansoota barsiisoo 40 ol'tu irratti fe'amee jira. GALATOOMAA!

https://sagaleeoromoo.blogspot.com/
532 views14:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-09 23:21:12 VIIDIYOO LOLA BEEGIITI

YOO HAQUU BAATANIIF DAAWWADHAA.

https://www.facebook.com/100067984759584/videos/821767532323310/
530 views20:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-30 23:51:01 Barreeffama kana haala salphaan seenaatii dubbisaa. Dubbisanii dubbatuu wayya!

https://sagaleeoromoo.blogspot.com/2022/06/cuunfaa-injifannoon-humni-pp-300-yoo.html
827 views20:51
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-29 23:34:19
775 views20:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-21 21:25:58 21/07/2022

AJAA'IIBAA !!!

GUYYAA HARR''A #MM #ABIY AHMED Konyaa wallaggaa lixa Bakka #Alam Tafarii fi ##Machaara bakka adda #Sadii jedhamuu Giduu tti waaraanni isaa hedduun biraa dhuumaan inni #Booda irraan waan jiruufi #kootte na baasii jechuun ammaa gara Magaalaa #Guuliisoo Ga'ee jiraachuun ifoomee jira.

Ummaatni keenyaa #adamsaa fi sochii Diina kanaa hordofuun oddeeffaannoo nuuf laataan #hundi Keessaan Galaatooma jechaa #ammas Hordofuun dirqamaa oromuumaa Keessaan akka baattaan isiiniin jennaa.

Galaatooma!

Injjiiffaanoon kan ummata oromoo ti. Waliif qoodaa
@marroocaffeebulluq
996 views18:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-21 21:10:58 21/07/2022
Injjiiffaanoo
Guyya kaleessaa Onaa Wallaggaa lixa Magaala Begii ti lolaa WBO waaraana pp iraati fudhatee Guyya kaleessaa jechuun 20/07/2022
Heeduun waaraana pp saamiiti kan ol ergamtee yoo taatuu kan WBON harkaan qabee Bayyiinnii ishee Namaa 6 ta'uun baramee jiraa
Injjiiffaanoon kan ummata oromoo ti.
@marroocaffeebulluq
820 views18:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-18 17:03:47 28/07/2022
Iɴᴊɪғᴀɴɴᴏᴏ Cᴜʟᴜʟᴜǫᴀᴀ
Konya Qellem wallaggaa
Dambii fi Anfilloo gidduu
Bakka Abbaa jaarraatti

Gootichi waantee sabaa 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝗺𝗺𝐚𝐚 𝐎𝐫𝗼𝗺𝗼𝗼 (𝐖𝐁𝐎'𝐧) waraana weerartuu harcaatuu pp yeroo ammaa kana daandii 𝐃𝐚𝗺𝐛𝐢 𝐃𝗼𝗼𝐥𝐥𝗼𝗼 irraa gara Ona 𝐀𝐧𝐟𝐢𝐥𝐥𝗼𝗼 geessu bakka addaa 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 jedhamutti humna hedduu osoo isheen konkolaan deemaa jirtuu itti bahee lolee guutummaan guut*ti daaraa ishee godhee
*** 𝐊𝗼𝐧𝐤𝗼𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢*𝐟𝐢
*** 𝐁𝗼𝗼𝐭𝐭𝐞𝐞 2 irraa dhuunfatee waraana ishee fi meeshaa ishee akka jirutti irraa dhuunfachuun 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐟𝐚𝐧𝐧𝗼𝗼 cululuqaan baheera.

@Marroocaffeebulluq
936 views14:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-15 14:53:21
Bakkeewwan hedduutti diinaa raasaa jira Gootichi
938 views11:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ