Get Mystery Box with random crypto!

21/07/2022 AJAA'IIBAA !!! GUYYAA HARR''A #MM #ABIY AHMED Kon | Marroo Caffee Bulluq

21/07/2022

AJAA'IIBAA !!!

GUYYAA HARR''A #MM #ABIY AHMED Konyaa wallaggaa lixa Bakka #Alam Tafarii fi ##Machaara bakka adda #Sadii jedhamuu Giduu tti waaraanni isaa hedduun biraa dhuumaan inni #Booda irraan waan jiruufi #kootte na baasii jechuun ammaa gara Magaalaa #Guuliisoo Ga'ee jiraachuun ifoomee jira.

Ummaatni keenyaa #adamsaa fi sochii Diina kanaa hordofuun oddeeffaannoo nuuf laataan #hundi Keessaan Galaatooma jechaa #ammas Hordofuun dirqamaa oromuumaa Keessaan akka baattaan isiiniin jennaa.

Galaatooma!

Injjiiffaanoon kan ummata oromoo ti. Waliif qoodaa
@marroocaffeebulluq