Get Mystery Box with random crypto!

Gaa'ela Gaarii — የቴሌግራም ቻናል

የቴሌግራም ቻናል አርማ gaaela_gaarii — Gaa'ela Gaarii G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gaaela_gaarii — Gaa'ela Gaarii
የሰርጥ አድራሻ: @gaaela_gaarii
ምድቦች: ሃይማኖት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 11.87K (መረጃው እስከ 02.10.2026)
የመጨረሻ ልጥፍ፦
ተመሳሳይ ቻናሎች ሃይማኖት
የሰርጥ መግለጫ

Akkaataa gorsa Macaafa Qulqulluutiin (Biblical Counseling) barsiisa dhimmoota gaa'elaa irratti kennamuu dha. Yaada: @Gaaelabot https://adsly.me/@gaaela_gaarii Buy ads: https://telega.io/c/Gaaela_Gaarii

የቻናል ስታትስቲክስ
የተሳትፎ መጠን
15.6%
እይታዎች / ልጥፍ
1 856
ምላሾች / ልጥፍ
20.4
ልጥፎች / ቀን
0.6

የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

11 jaan
Picture 1 from Gaa'ela Gaarii 2026-01-11 21:22:35
Seenaa Jaalalaa keessatti dubbiilee shamarran dhaga'uuf gammadan 7 kunooti... As tuquun dubbisi!

                
         See More
         See More
                
1.25K viewsGetu A. Oneta✟, 18:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
22 dets 2025
Hawaasa keessatti shamarran/dubartoonni tokko tokko yeroo mucucaatanii kufan/ yeroo wantoonni harka isaanii keessatti baatanii jiran harkaa bu'ee cabu/ meeshaaleen tokko tokko tasa utuu isaan itti hin yaadiin isaan harkaa mucucaatee yeroo lafa bu'utti, nama jalqaba wajjin jiraatan/nama garaa isaanii guutuu utuu jaallatanii irraa adda bahan, “Ebeluukoo“ jechuun waamu jedhamee odeeffama.

Kanneen eerga gaahila dhaabbatanii yookiin nama biraa wajjin eega jaalala eegalaniin booda, dhirsa itti heeruman/nama jaalala wajjin eegalan sanaa wajjin utuu jiraataniis ta'e walquunnamtii salaa utuu raawwatanii, maqaan nama isaan wajjin jiruu Tolaa ta'ee utuu jiruu, “Akkas miti; akkas miti; suuta jedhi Abdiikoo” jechuun maqaa nama jaallachaa/ hicciitii biraa utuu wajjin qabanii walirraa adda bahanii yookiin maqaa nama kanaan dura xuxxuqaafi hicciitii biraa wajjin qabanii waamu. Yeroo Tolaan, “Abdiin ati waamaa jirtu kunimmoo eenyu?” jedhee gaafatutti, akka nama hirriba keessaa weerareetti na'uun kanneen dubbiin isaan harkaa badu jiraachuutu himama.

Taateen akkasii yeroo raawwatu jaalalleewwan/abbaa manaafi haadha manaa gidduutti mufii yeroo uumutu jira jedhama.

Dur sababii waan akkanaatiif jecha abbaan manaafi haadhaa manaa wal reebaa turuutu himama.

Isin mudannoo akkanaa argitanii beektuu?

Yeroo mucucaatan, yeroo meeshaafi wantoonni tokko tokko isaan harkaa bu'u, arrabni shamarran baay'ee maqaa nama wayii niwaama. Gochi akkasii kun jaalala shamarri tokko nama sanaaf qabdu ibsa jechuun amantaa irraa niqabduu?

https://t.me/Gaaela_Gaarii
1.59K viewsGech Ab, 09:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ

ተደጋግመው የሚነሱ ጥያቄዎች

ስለ Gaa'ela Gaarii በተደጋጋሚ የሚነሱ ጥያቄዎች

Gaa'ela Gaarii (@gaaela_gaarii) በ Telegram Store ካታሎግ ውስጥ የተዘረዘረ የቴሌግራም ቻናል ነው። በዚህ ገጽ ላይ ያለው «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» አዝራር ቻናሉን በቴሌግራም በኩል ይከፍታል።
በዚህ ገጽ ላይ «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» ይጫኑ ወይም በቴሌግራም @gaaela_gaarii ብለው ይፈልጉ። ቻናሉን አሁንም መቀላቀል ይቻል እንደሆነ ቴሌግራም ራሱ ያሳያል።
የ Telegram Store ካታሎግ ለዚህ ገጽና ሊንክ ክፍያ አይጠይቅም። ቻናሉ ነፃ መሆኑን የሚወስነው በቴሌግራም ላይ ባለቤቱ ነው።
በካታሎጉ ውስጥ ለ Gaa'ela Gaarii 11.87K ተመዝጋቢዎች ተመዝግበዋል (መረጃው እስከ 02.10.2026)። የአሁኑ ቁጥር በቴሌግራም ይታያል።
በካታሎጉ ውስጥ የ Gaa'ela Gaarii ቋንቋ አማርኛ ተብሎ ተመዝግቧል።
አዎ፣ ተመሳሳይ ቻናሎች በዚህ ገጽ ከታች ተዘርዝረዋል።
ይህ ገጽ ስለ Gaa'ela Gaarii የካታሎግ መረጃና የቻናሉን ሊንክ ያሳያል። ልጥፎቹ ራሳቸው በቴሌግራም ይነበባሉ። «የቻናል ስታትስቲክስ» ክፍል የቅርብ ጊዜ ልጥፎችን አሃዞች ያሳያል።
Gaa'ela Gaarii avatar
Gaa'ela Gaarii @gaaela_gaarii
በቴሌግራም ይክፈቱ