Get Mystery Box with random crypto!

MOE (Ministry of Education) OROMIA

የቴሌግራም ቻናል አርማ addisababaeducationbur — MOE (Ministry of Education) OROMIA M
የቴሌግራም ቻናል አርማ addisababaeducationbur — MOE (Ministry of Education) OROMIA
የሰርጥ አድራሻ: @addisababaeducationbur
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.80K
የሰርጥ መግለጫ

We work to make easy education system and qualified learning for all.
For more information contact our website www.nea.com
@mensofparadise
Contact admin for more info
@termimator3

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2020-10-26 17:29:47

5.3K views14:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-10-14 21:02:59

5.0K views18:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-10-10 14:26:22

4.8K views11:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-10-08 12:48:03

4.7K views09:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-09-26 12:30:21

4.7K views09:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-09-25 09:42:48
#UPDATE

Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e.

Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.

Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.

Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira.

@kelo_media
4.5K viewsedited  06:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-09-24 18:06:40 የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች ለፈተናው online ምዝገባ እንደሚካሄድላቸው ትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋል።

ለ12ኛ ክፍል ፈተና የሚቀመጡ ተማሪዎች የምዝገባ በonline system እንደሚካሄድ ያስታወቀው ትምህርት ሚኒስቴር የተለያዩ ዘመኑን የዋጁ ቴክኖሎጂያዊ አሰራሮችን እንደሚጠቀምም ገልጿል።

ተፈታኝ ተማሪዎች ከፈተናው ቀድሞ በቂ ክለሳ እንደሚካሄድላቸውም የገለጸ ሲሆን የ12ኝ ክፍል ብሔራዊ እና የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተናዎቹ ከመሰጠታቸው በፊትም ሆነ አጠቃላይ ትምህርት ከመከፈቱ በፊት ግን ሁሉም ትምህርት ቤቶች የኮቪድ 19 ቅድመ መከካከል ዝግጅት ማጠናቀቃቸውን እና መዘጋጀታቸው የሚረጋገጥ ይሆናል ሲሉ የትምህርት ሚኒስቴር ኮሚዩኒጄሽን ጉዳዮች ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ወ/ሮ ሐረጓ ማሞ ገልጸዋል።

የonline Registration ባለፈው ዓመትም ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች እንደተካሄደ ይታወሳል፡፡

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት የቴሌግራም ገፃችንን ሰብስክራይብ እና ሼር ያድርጉ!
@kelo_media
@kelo_media
4.1K views15:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-09-24 18:03:34
#MinisteeraaBarnootaa

Qormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaa'ee jira.

Qormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaa'ee jira.

@kelo_media
@kelo_media
3.8K viewsAHMED IBN IBRAHIM AL-GHAZI, edited  15:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2020-09-23 08:33:59 Guyyaan qormaata kutaa 8ffaa fi 12ffaa itti keennamuu guyyaa boru ni ibsama.

Hoggansi barnootaa naannoleefi federaalaa dhimmoota murtii barbaadan kanneen akka guyyaa barnoonni idilee itti eegalamu, guyyaa qormaanni kutaa 8ffaa fi 12ffaa itti kennamuufi komiiwwan dhaabbilee barnoota dhuunfaarratti boru sa'aatii 9:00 irratti ibsi ni kennama.

Kana malees haala qophiin sirna barnootaa haaraan irra jiru qoratee akka murtii irratti kennu eegama. Haala barumsi ga'eessotaa ittikennamuufi raawwiisaarrattis ni mari'ata.

Murtiin irra qaqqabame boru ummataaf kan ibsamu ta'a.

@kelo_media
@kelo_media
3.7K viewsAHMED IBN IBRAHIM AL-GHAZI, 05:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ