#MinisteeraaBarnootaa Qormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaaee jira. Qormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaaee jira. @kelo_media @kelo_media 3.8K viewsAHMED IBN IBRAHIM AL-GHAZI, edited 15:03