ዛሬ ከሰዓት በኋላ ከኢትዮጵያ የእስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት አመራሮች እና ከተለያዩ ክልሎች ከተወጣጡ አባቶች ጋር ጠቃሚ በሆኑ ጉዳዮች ላይ ውይይት አድርገናል። Hara waaree booda hooggantoota Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaafi abbootii naannolee garaagaraarraa walittibabahan waliin dhimmoota fayyadan irratti mariianneerra. This afternoon, I engaged in discussions with leaders of the Ethiopian Islamic Affairs Supreme Council and fathers from various regions on pertinent issues. 21.4K views15:43