Get Mystery Box with random crypto!

NEW ORO ARSENAL

የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL N
የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL
የሰርጥ አድራሻ: @new_oro_arsenal1
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.20K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan
✅Jijjiirraa taphatoota Arsenal
✅Seenaa taphatoota
✅Tapha kallatidhaan fi
✅Kanneen biroos
✅ creator @samiirko vs @LM_10_GOAT
✅️ Group keenyatti dabalamuuf @new_oro_arsenal123

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2022-08-30 12:37:20
Ammatti wanti haaraan hin jiru!

Jijjiirraan ganna xumuramuuf guyyaa lama qofatu hafe. Arsenaal hanga ammaatti jijjiirraa gaarii qabaatus leenjisaan ofii isaatii ammallee taphattoota mallatteessuu akka barbaadu fi qaawwa akka qabu ifa godheera.

Irra caalaa giddu galeessaa fi taphataa sarara fuulduraa irratti akka xiyyeeffatan ifaadha, garuu taphattoonni maqaan isaanii moggaafaman baay'eedha, garuu tokkollee hin milkoofne. Dhugaa dubbachuuf gaazexeessitoonni waan Eduun hojjachaa jiru baruun rakkisaa ta’ee tureera.

Eduu waan hunda duubaan xumuruu barbaada, Fabrizio Romano ofii isaa beekuu dadhabeera. Kanaafidha Fabrizio taajjabbiin eegaa kan jedhe.

Haala kamiinuu yeroon dhumaa jira, yeroon itti ariifannu amma, Edu waan saffisaa nutti agarsiisuu qaba! Garuu ammatti homaa hin jiru!

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
421 viewsSami Hirko, 09:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 10:56:23 Arsenaal taphataa mirgaa mallatteessisuuf taphattoota hedduu waliin wal qabatee kan ture yoo ta'u, akka gaazexoonni Ispeen tokko tokko jedhanitti kilabiin keenya Arsenaal urjii Baarseloonaa Antooniyoo Giriizmaaniif fedhii akka qabu ibseera.

Antooniyoo Giriizmaan qarshii miiliyoona 106n Atleetikoo Maadriid irraa gara Baarsaatti makame.Haa ta'u malee waan Baarseloonaa irraa eegamu guutuu waan hin dandeenyeef ergisaam Atleetikoo Maadriidiif kenname.

Akka The Boot Room jedhutti Kilabiin keenya tarree taphattoota mallatteessisuuf karoorfatan keessa akka jiru The Guardian gabaaseera.

Taphattoota biroo kilabiin keenya gama mirgaatiin mallatteessisuuf karoorfate keessaa Muusaa Diyaab Leverkusen irraa, Pedro Neetoo Wolves irraa, Marco Asensio Riyaal Madrid irraa, Mudric Shaaktar Donetsk irraa fi Antooniyoo Griezmaan Atleetikoo Maadriid irraa ni argamu.

Ilaalcha koo

Muusaa Diyaabii - Kilabichi akka isa hin gadhiifnee fi kontiraata haaraa dheeressuuf akka jiru waan beeksiseef carraa socho'uu hin qabu.

Asensiyoo - Kilabiin keenya kallattiin Maarkoo Asensiyoodhaaf gaaffii hin dhiheessine, Arsenaal immoo gurbaa kana mallatteessisuuf gaaffii dhiyeessuu qaba, kanaaf jijjiirraan kun hin milkaa'u.

Pedro Neto - Akka Fabrizio Romano jedhutti, Deevid Orneiste, Peedroo Neto gatii ol'aanaa waan qabuuf carraan jijjiirraa gadi aanaadha.

Antooniyoo Giriizmaan- Arsenaal Giriizmaan dargaggeessa waan hin taaneef nii mallatteessisa jedhamee hin eegamu.

Mudric - Dargaggeessa, dandeettii fi baay'ee qaala'aa waan hin taaneef carraa socho'uu ni qabaata.
449 viewsSami Hirko, 07:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 10:52:56
426 viewsSami Hirko, 07:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 10:48:52
Guyyaa har'aa Waggaa lama dura kilabiin keenya Arsenaal Liivarpuul injifachuun Community Shield injifateera!!

Kun yaadannoo gaarii keessaa isa tokkodha

SHARE GODHAA | @NEW_ORO_ARSENAL1
431 viewsSami Hirko, 07:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 07:32:03
Arsenaal taphoota 199 Piriimiyerliigii Ingilaandiin Istaadiyeemii Emireet irratti injifateera. Boruu tapha Astoon Viilaa waliin taasisan yoo injifatan injifannoo 200ffaa Istaadiyeemii Emireetitti ta'a.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
457 viewsSami Hirko, edited  04:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 07:30:24
Akkam bultan maatiin NEW ORO ARSENAAL? Guyyaa gaariin isiniif hawwa!
460 viewsSami Hirko, 04:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-29 23:55:03
Halkan gaarii maatii new Oro arsenaal
485 viewsFor Ever With God, 20:55
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-29 21:42:56
Taphataan keenya ergisaan Maarseedhaaf taphachaa kan jiru Taavaarees tapha afur irratti Maarseef goolii 3 lakkoofsisuu dandaheera!

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
517 viewsSami Hirko, edited  18:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-29 21:15:28
| Roobart Joons tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee shanaffaa Arsenaal Astoon Viilaa waliin taasisan irratti abbaa murtee tahuun dirree seena.

VAR: Daaren Ingilaandi

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
511 viewsSami Hirko, 18:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-29 20:50:43
Whoscored taphatoota ciccimmo torbee 4ffa pirimerligii ingland ifa yoo godhu gama arsenaalin Martin odegard kesssatti argama.


Share @NEW_ORO_ARSENAL1
529 viewsFor Ever With God, edited  17:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ