Get Mystery Box with random crypto!

NEW ORO ARSENAL

የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL N
የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL
የሰርጥ አድራሻ: @new_oro_arsenal1
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.20K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan
✅Jijjiirraa taphatoota Arsenal
✅Seenaa taphatoota
✅Tapha kallatidhaan fi
✅Kanneen biroos
✅ creator @samiirko vs @LM_10_GOAT
✅️ Group keenyatti dabalamuuf @new_oro_arsenal123

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 3

2022-08-30 21:36:57
Zinchenkoon tapha Bor astonviilaa waliin taasifamuuf akka in genye mirkana'eera.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
255 viewsFor Ever With God, 18:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 20:34:42
Tilmaamaatii badhaasa argadhaa!

Piriimiyerliigii Ingilizii torbee 5ffaan guyyaa borii Arsenaal sa'aatii 3:30tti nii taphata!

Kabajamtoota maatii new oro Arsenaal akkuma kanaan dura isinitti himne tapha Arsenaal Astonviilaa waliin qabuuf tilmaama keessan nuuf barreessun badhaafamaa. Kan badhaasicha fudhatu nama jalqabarratti tilmaamee tilmaami isaa dhugaa kan tahe qofa.

Yeroo hammaa kaasaatii koomentii jalatti tilmaama keessan nuuf barreessun abbaa carraa taha.

CARRAA GAARII ISINIIF HAA TAHU
326 viewsSami Hirko, 17:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 19:20:23
Arsenaal bakka Elneenii buusuuf Daaniiloodhaaf yuuroo miiliyoona 20 dhiyeesseera!
367 viewsSami Hirko, 16:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 17:55:45
Arsenaal taphattoota 2 miidhamaan dhabaa jira. garuu taphataan keenya Aleexander Ziincheenkoon sarara gidduu irraa baayyee dandaha, yoo Paartee fi Elneeniin tapharraa fagaataniif bakka isaanii Ziincheenkoo buusnee Tiyeernii bakka Ziincheenkoo buusuun dirqama nutti taha.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
427 viewsSami Hirko, 14:55
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 15:15:53
Toomas parteen sababa miidhamaan tapha boriin ala yoo ta'u olexander zinchenkon Bor yaali xumuraan booda tapha astonvilaaf ga'uunsaa mirkana'a.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
445 viewsFor Ever With God, edited  12:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 15:06:39
Toomas parteen miidhamni Isa irra ga'e salphaa ta'us torbee lamaaf tapharra Nii fagaata.

Kanaaf arsenaal dirqama taphataa Sarara giddu mallateessu danda'a.

Madda: Connor humm

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
434 viewsFor Ever With God, edited  12:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 13:25:01
Arsenaal tapha Fuulhaam irratti Mohaammad Elneeniin miidhaan cimaan irra gahee booda taphataa sarara gidduu haaraa mallatteessisuuf dirqamuu danda'a.

(Madda: Deevid_Ornstein)

SHARE GODHAA" @new_oro_arsenal1
445 viewsSami Hirko, 10:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 13:23:54
Mohaammad Elneenii tapha Fuulhaam waliin taphanneen miidhamee jira. Tapha boriifis nii taphataan isaa shakkii dha.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
434 viewsSami Hirko, 10:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 13:01:37 https://t.me/NEW_ORO_ARSENAL_VIDEO
428 viewsSami Hirko, 10:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-30 13:01:36 Gaaffii 1 channel viidiyoo keenya irratti isin gaafanneerra ilaaluu dandeessu
414 viewsSami Hirko, 10:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ