Get Mystery Box with random crypto!

NEW ORO ARSENAL

የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL N
የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL
የሰርጥ አድራሻ: @new_oro_arsenal1
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.20K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan
✅Jijjiirraa taphatoota Arsenal
✅Seenaa taphatoota
✅Tapha kallatidhaan fi
✅Kanneen biroos
✅ creator @samiirko vs @LM_10_GOAT
✅️ Group keenyatti dabalamuuf @new_oro_arsenal123

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-09-01 13:04:42
Tapha itti aanu

Torban 6ffaa Piriimiyerliigii Ingiliiz

Maanchistar Yuunayitid Arsenaal

Dilbata Hagayya 29

Sa'aatii 12:30 irratti

Oltiraaford

Share @NEW_ORO_ARSENAL1
437 viewsSami Hirko, edited  10:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:02:09 https://t.me/NEW_ORO_ARSENAL_VIDEO
410 viewsSami Hirko, 10:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:01:59 Keessa deebii (highlight ) tapha kaleessaa channel Viidiyoo keenya irratti isiniif gadhiisneerra daawwadhaa
367 viewsSami Hirko, 10:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:58:14
| Osoo haasofnuu, Daagulas Luwiis bara 2017tti Siitiif mallatteessee ture. Mikeel Arteetaa waliin yeroo Siitii jirutti wal baraniiru.

SHARE GODHAA | @NEW_ORO_ARSENAL1
364 viewsSami Hirko, 09:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:51:00
| Arsenaal Daaglaas Luwiiz paawundii miliyoona 20n mallatteessisuuf qophii xumuree jira [Sky Sport].

SHARE GODHAA | @NEW_ORO_ARSENAL1
383 viewsSami Hirko, 09:51
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:44:48
Arsenaal Daaglaas Luuiz mallatteessisuuf qarshii dhiheessaa jiru. Aston Viilaan taphataa sarara gidduu ganna 24 kana gurguruuf fedhii hin qabu, garuu taphatichi kilabicha gadhiisuu akka barbaadu dubbateera, Arsenaal ammoo osoo foddaan jijjiirraa hin cufamin sochii taasifamuu danda'u ilaalaa jira.[David Ornstein]

SHARE GODHAA | @NEW_ORO_ARSENAL1
388 viewsSami Hirko, edited  09:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 12:43:50
Arsenaal Daagulas Luwiis Astonviilaa irraa mallatteessifachuu qophiidha!

Share @NEW_ORO_ARSENAL1
387 viewsSami Hirko, 09:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 11:45:57 Wa'e kilabii cimaa addunyaa kana beektuu? Kan hin beekne baruuf kan beektaan beekumsa keessanitti dabalachuuf as keessa chanal tokko filaadha join godha
278 viewsNimo, 08:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 10:16:23
Sagalee deeggartootaan Gabri'eel Maartineeli taphataa cimaa taphichaa tahuun filatameera!
431 viewsSami Hirko, 07:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 09:57:27
Taphoota jalqabaa shanan Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti leenjistoota 11 qofatu injifate.

◎ Keevin Keegan
◎ Kaarloo Anchelootii
◎ Sir Aleeksii Fargusan
◎ Arseen Weenger
◎ Alan Kurbishlii
◎ Joozee Mooriinoo
◎ Maanu'eel Peelegrinii
◎ Peep Gaardiyoolaa
◎ Mauriziyoo Saarii
◎ Yuurgen Kilooppii
◉ Miikeel Arteetaa



SHARE'. @NEW_ORO_ARSENAL1
424 viewsSami Hirko, 06:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ