Get Mystery Box with random crypto!

Sin jaaladhaf malee osootiin si jibbee Lapheen koon rukuttu sa | Kaayyoof Jiraanna

Sin jaaladhaf malee
osootiin si jibbee
Lapheen koon rukuttu
sagal akka dibbee

Dhugaan sin jaalladha
jaalala onneerraa
Si malee hin argatu
keessi kiyya faara

Shakkii tokko malee
onneen kiyya keeti
Mee anaan faayadhu
na godhadhu meetii