Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

የቴሌግራም ቻናል አርማ jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
የቴሌግራም ቻናል አርማ jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
የሰርጥ አድራሻ: @jechoota_gamnaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 10.68K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2024-05-28 23:17:40 Beekkamaan beekumsa malee; ummata rakkisa.
Beekaan beekkamtii malee:ummata huqqisa!

@jechoota_gamnaa
3.7K viewsLen Koo, 20:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-28 23:16:44 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_983218946 +2.5k Shares as a first-time gift
3.4K viewsLen Koo, 20:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-24 17:37:28 Jireenyii akka qaawa lilmootii sitti dhiphattus ati akka jirbii ta’i keessa looyi darbi

@jechoota_gamnaa
4.8K viewsSIIF Hin GALLEE, 14:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 22:41:24
Jireenyi kun qormaata cimaadha.
Namoonni hedduun ni kufu, Sababnis namoota biroo irraa copy godhuu waan mokaraniif,
garuu isaanif hin galle namni hundi waraqaa gaaffii Adda addaa akka harkaa qabu.

@jechoota_gamnaa
6.2K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 22:37:41 Yoo fulduratti hin tarkaanfanne, Yeroo hunda bakkuma takka teessa.

@jechoota_gamnaa
5.1K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 22:36:59 1.waan barbaaddu tokko jala yoo hin deemne, goonkuma hin argattu.

@jechoota_gamnaa
4.7K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-08 01:25:45 Hiriyoonni dhugaa akka urjiiti,
isaan arguu fi baruu kan dandeeysu
yeroo naannoon kee dukkanaa'e qofa.


@jechoota_gamnaa
7.2K viewsLen Koo, 22:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-07 23:03:29 Sibiillii hanguma tuman jabaata

@jechoota_gamnaa
6.6K viewsLen Koo, 20:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-07 23:02:38 Sobdee jaallachuun kee har’aaf gammachuu sitti fakkaata malee boriif cubbuudha

@jechoota_gamnaa
6.6K viewsLen Koo, 20:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-07 22:58:22 Yoo jabaachuu barbaaddee kophaa kee qabsaa’uu baradhuu

@jechoota_gamnaa
6.6K viewsLen Koo, 19:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ