Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

የቴሌግራም ቻናል አርማ jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
የቴሌግራም ቻናል አርማ jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
የሰርጥ አድራሻ: @jechoota_gamnaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 10.65K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 28

2021-07-17 21:27:08 Chaneloota Afaan Oromoo Telegram gurguruuf dhiyeessine kana bitadhaa.

1ffaa channel member 7300 qabu

2ffaa channel member 6700 qabu

3ffaa channel member 2600 qabu

Gatii madaalawaadhaan nii gurgurra. Karaa @boss_430 nu quunnamuun nu gaafadhaa.

Waliin promotion akkasumas member guddisuu irratti argamna
886 viewsBøSS ß, 18:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-07-16 20:04:39 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Hanga lubbuun dachee kana gubbaa jirtutti kabajamuu yoo barbaadde. Wanta hojjatte yookin amala kee nama gammachiisu namatti hin odeessin. Waan hojjattes yaa tahuu waa'ee amala keetii namoonni siif haa himan malee"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.0K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-07-11 18:07:22 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
WAAN DUBBISNEERRAA

☞︎︎︎"Hiriyoota lamatuu wal faana imalaa ture. Inni tokko garmalee aara inni tokko ammoo qoosaa baay'isa. Guyyaa tokko otuma deemanii inni qoosu hiriyaa isaa arsinaan kaballaadhan rukute. yeroo kana inni rukutame fiigee deemee galaana maddiitti cirracha irratti " hiriyaan koo na kabale " jedhee barreesse. Achi booda galaana maddii otuu taphatuu galaanicha gidduu seena. Daakaa hin beeku waan ta'eef bishaanicha keessaa yeroo watwaatu hiriyaan isaa seenee isa baase. Yeroo kana inni Du'a irraa oole dhagaa guddaa barbaadee "HIRIYAAN KOO DU'A NA OOLCHE" jedhee bocee barreesse. Yeroo kana hiriyaan isaa "maaliif yeroon si kabalu cirracha irratti barreessitee yeroo bishaan keessaa si baasu ammoo dhagaa irratti bocce?" jedhee gaafannaan, innis deebisee akkas jedheen "jibbi kan garaati, jaalalli ammoo kan lapheeti. Yaraa darbe kaasnee wal jibbuu irra gaariin wal jaalachuu wayya. Jibbi nu balleessa, jaalalli garuu nu milkeessaa".
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 15:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎"Kessa ketti dadhabii ,abdii kuttana,gadda sitti dha'agamu rabbin qofatti himadhu isaas gargarsa gafaadhu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.0K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
RAKKINA

☞︎︎︎"Baayinni rifeensaa,baayinni copha bokkaas, akkuma beekamuu hin dandeenye baayinni rakkinaas sammuu nama mulataa xureessuu hin danda`u. Namni akkasii madaala jireenyasaatii ni eega."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-30 23:19:29 Channel photo updated
20:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-30 23:18:23 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
"Osoo sababa nama hin beekin Filannoo namatti hin murteessin filannoon nama hunda sababa mata isa qaba wan ta'ef"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.1K viewsObomboleettii, 20:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-30 23:16:30 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Gammachuu fi shittoon walfakkaatu.yoo namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.0K viewsObomboleettii, 20:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-06-22 21:29:26 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎" Tooftan tokkichi waanattii fette akka namnii si godhuu danda'u ittin gottu waanii abban sun fedhuu yo goottef qooffaa"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.9K viewsObomboleettii, 18:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ