Get Mystery Box with random crypto!

Dubbii Hayyootaa -Of eeggannoo xiqqoon waldahaansa guddaa caa | BEEKI OR እወቅ

Dubbii Hayyootaa

-Of eeggannoo xiqqoon waldahaansa guddaa caalti.
-Yeroon maallaqa.
-Bakka gaa'elli jaalala alaa jiru, jaalalli gaa'ela alaa ni jira.
-Kan nuti taanee jirruu bu'aa wanta nuti yaadneeti.
-Kenni, xiqqoo yoo qabaatte illee.
-Namni ogummaadhaan jiraatu du'a iyyuu hin sodaatu.

@HAABARNNU_ENIMAR_23