Get Mystery Box with random crypto!

አብሺሩ - أبشروا ★وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰٓ D | Abdurahman Jeylan

አብሺሩ - أبشروا

★وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰٓ

Dhugumatti, Rabbiin kee kennaa guddaa siif kennuu taa'a; ni jaallattas.
ጌታህም ወደ ፊት ብዙን ስጦታ በእርግጥ ይሰጥሃል፡፡ ትደሰታለህም፡፡

★فَإِنَّ مَعَ ٱلْعُسْرِ يُسْرًا
إِنَّ مَعَ ٱلْعُسْرِ يُسْرًا

Rakkinaa wajjin laafinatu jira.
Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira.
ከችግርም ጋር ምቾት አልለ፡፡
ከችግር ጋር በእርግጥ ምቾት አልለ፡፡


★وَبَشِّرِ ٱلصَّٰبِرِينَ
ታጋሾችን አበስራቸው።
warra obsan gammachiisi.

★وَهُوَ مَعَكُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْۚ وَٱللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ

Rabbiin eessallee yoo jiraattan isin waliin jira. waan isin dalagdan hunda ni arga.

አላህ የትም ብትኾኑ ከእናንተ ጋር ነው፡፡ የምትሰሩትን ሁሉ ተመልካች ነው።

Follow: https://www.facebook.com/profile.php?id=100082999208494