Get Mystery Box with random crypto!

لَتُبْلَوُنَّ فِىٓ أَمْوَٰلِكُمْ وَأَنفُسِكُمْ وَلَتَسْمَعُنَّ | Abdurahman Jeylan

لَتُبْلَوُنَّ فِىٓ أَمْوَٰلِكُمْ وَأَنفُسِكُمْ وَلَتَسْمَعُنَّ مِنَ ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْكِتَٰبَ مِن قَبْلِكُمْ وَمِنَ ٱلَّذِينَ أَشْرَكُوٓا۟ أَذًى كَثِيرًاۚ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ فَإِنَّ ذَٰلِكَ مِنْ عَزْمِ ٱلْأُمُورِ Al-Imran 3:186

Isin dhugumatti qabeenya keessaniifi lubbuu keessan keessatti ni qormaatamtu, Warra isin dura kitaabni kennameef (yahuudaafi nasaaraa) irraafi warra Rabbitti qindeessan irraas wantoota isin rakkisan baay’ee dhageessu. Yoo obsitanii, yoo Rabbiin sodaattan, dhugumatti kun gocha cimaadha.

በገንዘቦቻችሁና በነፍሶቻችሁ በእርግጥ ትፈተናላችሁ፡፡ ከእነዚያም ከእናንተ በፊት መጽሐፍን ከተሰጡትና (የሁዳና ነሳራዎች) ከእነዚያም በአላህ ላይ ከአጋሩት ብዙን ማሰቃየት ትሰማላችሁ፡፡ ብትታገሱና ብትጠነቀቁ ይህ ከጥብቅ ነገሮች ነው።

ቤተሰብ ይሁኑ https://www.facebook.com/profile.php?id=100082999208494