Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 62.24K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 7

2024-03-12 12:59:38
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Kamisa Bitootess 05/2016 barattoota damee barnootaa adda addaatiin leenjisaa ture ni eebbisiisaa.

Yuunivarsitichi guyyaa eebbaa sirnaan ibsuu dadhuufi burjaajjii uumeen, maatiin barattootaa guyyaa eebbaa osoo hin ga'in garas imaluun baasii hin barnaachisfne saaxilamuu isaaniis maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaaseera.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.8K viewsedited  09:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-12 11:39:34
Yuunivarsitiin Dambii Dolloo tajaajila baqaqsanii yaaluu mooraa ijaa kenne.

Hospitaalli Inistiitiyuutii Saayinsii Fayyaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo walta’iinsa dhaabbata HCP (Himalayan Cataract Project) fi Kilinika Ijaa Makaane Yesuus Naqamtee wajjin ta’uun tajaajila duula baqaqsanii yaaluu moora ijaa bilisaan kenne.

Duula yaala baqaqsanii yaaluu kanarratti namoota dhibee kanaan rakkachaa jiran dhibba afurii ol ta’aniif bilisaan tajaajila kenneera.

Madda:- Yuunivarsitii D/Doolloo

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.7K views08:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-11 12:30:02
Yuunivarsitii Finfinnee Mooraa Balaan Ibiddaa midate.

Yuunivarsiitii Finfinnee Mooraa Bizinesii fi Ikonomiksiitti balaan Ibiddi xiqqaan mana ciisichaa dhiirota keessaa naannoo sa'aatii 2:30tti ka'ee ture osoo miidhaa guddaa hin gaggeessin to'atameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.7K views09:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-11 12:11:51
#Vacancy Announcement


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.5K viewsedited  09:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-10 10:20:57
#Kutaa_12ffaa

Galmeen xumurameera.

Galmaa'uu keessan mirkaneeffadhaa, yoo hin galmoofne dhamaatiin keessan lafatti badeera.

#Link

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
12.6K viewsedited  07:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-09 22:57:43
Kitaabota sadarkaa hundaa, qormaata kutaa 12ffaa, Exit Exam fi Riisarchiiwwan kanaan dura hojjataman hundaa argachuuf karaa liinkii asii gadiin nu hordofaa

https://t.me/+QC94UwxfODs0NjJk
https://t.me/+QC94UwxfODs0NjJk

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.7K views19:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-08 10:06:33
#Kutaa_12ffaa

Galmeen boru xumurama.

Galmaa'uufi murkaneeffachuuf


https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
16.4K viewsedited  07:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-07 22:54:39
Yuunivaarsitiin Salaalee Barattoota sagantaa digirii Jalqabaafi Digirii lammaffaan sagantaa barnootaa Idilee, galgalaafi sanbataatiin, barsiisaa ture 283 guyyaa har’aa Giddugala Aadaa Oromoo Salaaleetti guyyaa har'aa haala ho’aan eebbisiisee jira.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
18.1K views19:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-07 20:35:30
#Oduu Gammachiisaa

Sagantaa badhaasaa nama 10 ittiin badhaasnu isiniif qopheessineerra.

Saganataan badhaasaa kun boru sa'aa tokko irraa kaasuun kan eegalu ta'a.

Badhaasa kana namni badhaafamu nama amma irraa kaasuun #Liinkii asii gadii irra seenee barreeffama seenaa Telegiraamii dubbisee comment jalatti dubbiseera jedhee barreesse qofa.

Maarree ammuma seenaa

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/01/keeyyata-gaaffiin-keessaa-bau/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/01/keeyyata-gaaffiin-keessaa-bau/
15.2K viewsedited  17:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-06 09:28:24
#Kutaa_12ffaa

Warri hin galmoofne galmaa'aa.

Warri galmooftan mirkaneeffadhaa.

#Liinkii

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
15.3K viewsedited  06:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ