Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 62.24K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2024-03-26 20:45:03
Muummee keenya barree eega maatii, hiriyoottanfi firoottan keenyatti gammachuu keenya himneen booda Muummeen nuuf kenname nurraa jijjiirame.

Yuunivarsitii Madda Walaabuutti Muummeen isaan baratanu eega kennameefiin booda jala jijjiramuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.

Barattoonni haalli kun irratti raawwatame yeroo ammaa rakkoo xiinsammuu guddaa keessa jiraachuu isaanis maddeen keenya kun nuuf gabaaseera.

Akka odeeffannoon nu qaqqabetti haalli kenniinsa Muummee Yuunivarsitichatti kennamaa turees baay'ee haqa qabeessummaa hin qabu jechuun qeeqaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.2K views17:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-25 17:40:23
Kolleejjii Barsiisotaa Naqamtee


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
16.1K viewsedited  14:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-25 17:37:46
Yuunivarsiitiin Maqaleee adeemsa baruu fi barsiisuu sagantaa digrii lammaffaa fi sadaffaa irra deebi’ee eegaluuf qophii ta’uu ibse.

Abdulqaadir Kariim (Dr.), pirezidaantiin akaadaamii Yuunivarsitichaa, sagantaa digirii jalqabaa barsiisaa akka jiru kan akeekan; Yuunvarsiitichi yeroo ammaa barattoota kuma 11 ol barsiisaa jiraachuu himaniiru.

Yuunivarsiitichi hanqina baajataa irra aanuun tibbana barattoota 2,035 eebbisuu isaa yaadachiisaniiru.

Itti aanaan pirezidaantii kun EPDtti akka himanitti, yunivarsiitichi hojii qorannoo fi haaromsa caasaa irratti xiyyeeffataa jira jechuun dubbataniiru.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.8K viewsedited  14:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-25 02:15:30
#Bule_Hora University
#College of Informatics

List Of Students Selected For Pre-Informatic Students

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
15.9K views23:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-23 01:14:00
Barattoonni Yuunivarsitii Bulee Horaa Tiriippii ba'anii jiranu, sababaa Konkolaataan cabuutiin har'a guyyaa 6ffaaf haala rakkisaa keessa jiraachuun himan.

Qaamni dhimma ilaallatu marti barattoota kanaaf furmaata atattamaa akka kennitan kabajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaa
16.9K views22:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-21 16:48:57
Beeksisa Jijjiirraa alaa fi Keessa
Buufata Fayyaa kutaalee Magaalaa Shaggartiif
Human Resource Management for Health, Mgt, Public Administration/Business Mgt./Internation Relation & Political Since Akaawunting/Akaawunting fi Faayinansii Akaawunting.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaa
13.6K viewsedited  13:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-21 10:46:09
#Beeksisa Qacarrii
13.9K views07:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-20 13:23:18
#Oduu_Gammaachiisa

Barattoota Fayyaa Bara kana Yuunivarsitii Mootummaa fi Dhuunfaa irraa Eebbifatan, akkasumas Ogeessota Fayyaa Waraqaa Ragaa Gahuumsa Ogummaa(#Licensure) baafachuu barbaaddan maraaf!

Barattoonni akkasumas Ogeessi Fayyaa kamuu bakkuma jirtanu teessanii karaa Onlaayinii qofaan akkaataa #Liinkii asii gadii irratti isiniif ibsineen waraqaa ragaa gahumsa Ogummaa(#Licensure) keessan fudhachuu dandeessu.

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/20/barattoota-fayyaa-qormaata-exit-exam-fudhattan-maraaf/

#Hubachiisa

1.Namoonni Liinkiin asii gadii kun isin dide #VPN banuun fayyadamaa.

2.Waraqaa kana fudhachuuf qaamaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Naannoo keessanii deemuun hin barbaachisu.

Hiriyoota keessaniif Qoodaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaa
15.9K views10:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-19 17:27:15
Wallaga University Freshman Directorate Social Science Stream List of Students (By their Identification Number) Placed to #School_of_Law (Law Program)

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.4K views14:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-19 12:14:25
Beeksisa Waamicha Qormaataa

Gita hojii banaa Qulqulleessituu Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaaf bahee ture irratti dorgomtoonni galmooftanii turtan, qormaata barreeffamaaf waan barbadamtaniif Bitootessa 12,2016 ganama keessaa sa'aatii 3:00 irratti Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa naannawaa calcallii/ Saarbeetitti/ argamutti ganama keessaa sa'aatii 3:00 irratti akka argamtan ni beeksifna.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.9K views09:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ