Get Mystery Box with random crypto!

Tsegaye R Ararssa

የቴሌግራም ቻናል አርማ tsegaye_r_ararsaa — Tsegaye R Ararssa T
የቴሌግራም ቻናል አርማ tsegaye_r_ararsaa — Tsegaye R Ararssa
የሰርጥ አድራሻ: @tsegaye_r_ararsaa
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.82K
የሰርጥ መግለጫ

TA

Ratings & Reviews

4.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 3

2023-05-06 19:08:40 https://www.youtube.com/live/sJEVKy7kbhg?feature=share
2.0K views16:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-06 06:49:55 https://www.bbc.com/news/uk-england-birmingham-65346337?xtor=AL-73-%5Bpartner%5D-%5BBBC+England%5D-%5Bheadline%5D-%5Bnews%5D-%5Bbizdev%5D-%5Bisapi%5D&at_ptr_name=facebook_page&at_medium=social&at_link_type=web_link&at_campaign_type=owned&at_format=link&at_link_origin=BBC_Midlands&at_bbc_team=editorial&at_campaign=Social_Flow&at_link_id=AF6A3186-EA54-11ED-9740-59EA39E5AB7B
6.1K views03:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-06 05:58:07 https://www.sd24news.com/2023/05/atrocities-persecution-genocide-on.html
3.6K views02:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-05 13:20:35 Ethiopia to offer up to five banking licenses to foreign investors | Reuters
https://www.reuters.com/business/finance/ethiopia-offer-up-five-banking-licenses-foreign-investors-2023-05-03/
5.9K views10:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-05 12:59:15
Kaadhimamtoota Zoonii Giddu galeessaa Haaraa
ፊንፊኔ በሯ ስር
2.0K views09:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-05 12:50:27
2.0K views09:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-05 12:50:21 W-ar-a-an-ni Bil-isu-mmaa Oromoo Zoonii Giddu galaa marii haala yeroo irratti gochaa ture milkiin xumuruun kaadhimamtoota barnoota wa-ra-an-aa fi Siyaasa ji'ootaaf barsiisa turees bifa milkii qabuun eebbisiise dirqamatti bobbaasuu inbse.

W-ar-aa-nni Bilisu-mmaa Oromoo qabsoo Oromoo Dhiigaa fi lafeen dhuftetti goolabbii tolchuuf qabsoo Obsa fixachiisa kallattii siyaasaa fi waraanaatiin taasisaa jira. W-ar-a-an-ni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu galaas humns Oromoo jabeessuun impaayera Itoopiyaatti xumura gochuuf hidhannoo sammuu fi wa-r-aa-na-n miseensota isaa gahoomsu irratti argama.

Bu'uuruma kanaan torban April 29 fi 30 miseensota waraana cufa waliin haala yeroo mooraa qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti marii bal'aa godheera. Marii kana irratti kan argaman Miseensi Koree Hojii raawwachiistu ABO-WB0 fi Ajajaan WB0 zoonii Giddu galaa Jaal Sanyii Nagaasa ergaa dabarsaniin ;

“qabsoo gootummaa WBO gochaa jiruun seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti sadarkaa idil addunyaatti bakka qaamni sadaffaa jirutti impaayerri itoopiyaa mariif taa'uun kun kan jalqabaa ta'uu ibsuun kunis ta'uu kan danda'e gootummaa jaallan dirree qabsoo argamsiisaniini jedhan. Kana irra dhaabbannee gaaffi Oromoo jaarraa oliif aarsa itti kanfalamaa as gahe karaa hin sharafamneen deebii kennuuf naamusa waraanummaa keenyaa, ijjannaa fi murannaa keenya daran cimsuun qabsoo Oromootti goolabbii tolchuuf kan durii caala qophii ta'uu qabnaa” jedhan.

Itti dabaluunis “Zooniin Giddu galaa akka qabsoof aanja'utti hundaa'u akka qabu waggaa 10niin dura koreen hojii raawwachiistu ABO kan murteessee fi bu'uura murtee kanaan yeroo garagaraatti w-ar-a-a-na dirree kanatti hundeessuuf yaaliin godhamaa ture milkaa'u baatus aarsa ciccimaa waltaane kanfalleen WB0 Zoonii Giddu Galaa hundaa'e gandoota baadiyyaa aanaa dhuunfachuun fageenya magaala finfinneerra km kurnaniin lakkaa'amu irraa lol-aa Jirra” jedhan.

Itti aanaan ajajaa WB0 zoonii Giddu galaa Jaal Jireenya Rabbumaas haasa godhaniin;

“Lafa w-ara-‘ana ijaaru mitii keessa deemuun ni danda'ama jedhamee hin eegamnetti aarsa kanfallu hunda kanfallee w-ara-‘ana hagana gahu ijaaruun mallattoo jabinaa yoo ta'u funyaan finfinnee jalatti gandoota haga kanaa dhuunfachuun lol’’aani malee tolaan akka hin dhufne jaallan nu biraa wareegaman ragaadha”jedhan.

“Gara fuulduraattis gufuu qabsoo saba keenyaa hunda diigne Oromiyaa Walabaa ijaaruuf gahumsaa fi qophii ta'uu” himan.

Kana malees malees May 3,2023 kaadhimamtoota ji'ootaaf leenjii w-ara-‘ana fi siyaasaan barsiisa turan eebbisiisuun dirree qabsootti bobbaasuu eeran.
2.1K views09:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-23 06:54:53 Very sad to learn that Artist Zerihun Wedajo has just passed away! Condolences to the family, friends, colleagues, and compatriots for whose cause he dedicated the entirety of his life, artistic or otherwise. May he #RestinPowerandPeace!
3 views03:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-22 21:29:50

2.0K views18:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-22 18:53:18
https://youtube.com/live/nBoI1CNXtCw
652 views15:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ