Get Mystery Box with random crypto!

🍁Student Of Muslim

የቴሌግራም ቻናል አርማ officialoromuslim — 🍁Student Of Muslim S
የቴሌግራም ቻናል አርማ officialoromuslim — 🍁Student Of Muslim
የሰርጥ አድራሻ: @officialoromuslim
ምድቦች: ሃይማኖት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.43K
የሰርጥ መግለጫ

🍁🌴Kayyon Channel keenya qabxiiwwan💞💝 bekkamo kannen of kessa qaba.1🏛Da'awaa garagara fi Gorsa.
2.🕋jachota hayyota muslimaaFi Barnoota amantaa.3.🕋🍁🏛Nashidawwan garagara afaan kaminuu.👉Kanaf qooda irra fudha.🎙If u have any dot ask👉 @Brandsoul

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-02-28 05:07:00 elrubiusOMG: Mr. Increible reacciona a la carrera de elrubiusOMG
367 viewsYouTube Bot, 02:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 05:02:56 elrubiusOMG: SI ME HACES REIR TE DOY 1000€ #3
329 viewsYouTube Bot, 02:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:57:47 elrubiusOMG: Minero - Versión Orquestal (Especial 10 Años)
284 viewsYouTube Bot, 01:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:54:24 elrubiusOMG: Elden Ring: El Respiro del Meme
271 viewsYouTube Bot, 01:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:50:18 elrubiusOMG: Junté a 115 Streamers en el Juego del Calamar
255 viewsYouTube Bot, 01:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:46:00 elrubiusOMG: QUIEN SOBREVIVE CHALLENGE feat. Giancarlo Esposito
232 viewsYouTube Bot, 01:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:42:04 elrubiusOMG: MIS PRIMEROS VIDEOS DE YOUTUBE (nunca vistos)
238 viewsYouTube Bot, 01:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-28 04:38:26 elrubiusOMG: Alexa, ¿Quien Es Tu Youtuber Favorito?
250 viewsYouTube Bot, 01:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-23 22:33:53 Biriitaaniyaa keessattidha. Dubartiin tokko karaa guddaa irra qullaa ishee oliif gadi deddeemaa jirti, yeroo xiqqoo booda gara taaksii karaa cina dhaabbatanii imaltoota eegan keessaa gara isa tokkootti ol seente. Konkolaachisaan sun nama lammii chaayinaa ture.…
384 viewsYouTube Bot, 19:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-23 21:50:50 Biriitaaniyaa keessattidha. Dubartiin tokko karaa guddaa irra qullaa ishee oliif gadi deddeemaa jirti, yeroo xiqqoo booda gara taaksii karaa cina dhaabbatanii imaltoota eegan keessaa gara isa tokkootti ol seente. Konkolaachisaan sun nama lammii chaayinaa ture. Yeroo ishee argatti haallishee bitaa itti galuun dinqisiifatee rifeensa mataa ishee irraa kaasee hanga qeensa miilla isheetti deddeebi'ee ilaaluu jalqabe. Dubartittiin waan tokko akka waan hin uumamne fakkeessitee deemuu bakka barbaaddus dubbattee akkanni deemsa jalqabu ijaan ajajje. Konkolaachisichi garuu gaaffiin isaaf hin deebine waan jiruuf miillaa hanga mataa isheetti ilaaluu isaa itti fufe. Yeroo kanatti dubartittiin "dubartii uffata hin uffanne argitee hin beektuu?" Jettee ija itti babaafte. Konkolaachisichi tasgabbiidhaan deebisee "obboleettiiko... an bitaa natti galee kanan si ilaalaa jiruuf qullaa waan taateef na dhibee utuu hin ta'in.. gatiin si tajaajileef qarshii naaf kaffaltu eessa akka gootee jirtu gaaffii natti ta'eeti"
~Argitee obboleessako biyya lafaa kanarratti akkuma shufeerii lammii chaayinaa sana kan ati itti xiyyeeffachuu qabdu wanta si ilaallatu qofa ta'uu qaba. Waan si hin galchine keessa galtee yoo oliif gadi borcite jireenyakee keessatti waan gaarii si fayyadu tokko waan dabaltu hin qabdu. Humni kee hamma danda'etti namootaaf gaarii godhi. Jireenya namoota dhuunfaa garuu abbaamasaaniitiif dhiisi.

JOIN and SHARE
@Abdii_Official
@Abdii_Official
346 views•Abdi Zerihun•, 18:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ