Get Mystery Box with random crypto!

Marroo Caffee Bulluq

የቴሌግራም ቻናል አርማ marroocaffeebulluq — Marroo Caffee Bulluq M
የቴሌግራም ቻናል አርማ marroocaffeebulluq — Marroo Caffee Bulluq
የሰርጥ አድራሻ: @marroocaffeebulluq
ምድቦች: ብሎጎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.81K
የሰርጥ መግለጫ

Adeemsa qabsoon Oromoo irra jirtu, kan Qeerroof Jajjabee, Kan keessaaf alaa.
Kitaabilee(Seenaalee) Walaloo, qoosaa(meme) hiika qabaniif koottaa nooraa.
Yaadaf @AbisheBot

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-07-15 14:46:48
800 views11:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-15 14:23:47
Gimbii irraa kan harka WBO tti har'a kennati kanadha.
waliif qoodaa, diina garaa gubaa
@marroocaffeebulluq
719 views11:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-15 14:23:10
Kanatti jira jajjabeen
659 views11:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-15 14:22:49 Cuunfaa Galatoomaa Tour(Duula Biltsiginnaa horoomsuu)

Gurbaan Diimaa gara jalqaba Waltajjii biyya Alatti gaggeessaa jiru irratti Akkuma waan mootummaa ta'etti act godhaa ture.akka Dubbii afaan isaatitti hireen Oromoo waanuma kiishasa keessaa qofa dambaliitu sehe burraaqee waaccifaan isa dadhaba turan.hadaduma Diyaaspooran Oromoo isarratti dammaqee gaaffiin isa muddu waaccifni isa itti foyya'aafi waan dubbatee waan dhiisuu wallaalurra gahe.kana biran erga USA gahe ammoo Baqqeedhumti inni Waggaa meeqaa gara fedhetti oofa ture,waltajjiidhuma inni Itoophiyaa suphina jedhe irratti,faallasa Baqqeen ammoo KFO'n kan qabsaa'ef Impaayeera dullatti suphuuf miti,jedhee naasutti galche.haga har'a Waltajjii tokkorra ta'aanii afaan garagaraa dubbata jiru.
Hunda ol garuu Kan Gurbaa Diimaa rifaasisee dhimma Waraana Bilisummaa Oromooti.akka inni tibba ala ba'e sana odeessaa turetti Waraanni shanee dhiyeenyayyuu galuf qophiirra jiru ni jira,jedhee Diyaaspoora garraamii isa jala yaa'u kijibaa ture.kana biran hiree argate cufatti fayyadame Waraanni Bilisummaa Oromoo akka waan wal ajjeesaa jiruttis ololchisee, ololichi guyyaa lama booda bishaan dhugee hafe.
Olola maayii kan dhageenyan ammoo Marroon miidiyaa Habashaa irratti maaliif dhiyaata jedhanii akka boo'anii boochisan ulee ergamtuusatti fayyadamee boo'e boochisisa ture.
Kunis sababa lamaf ta'e.inni Jalqaba Waraanni Bilisummaa Oromoo qarabaa qawwee harkisu malee Siyaasa hin beeku jedhame miidiyaa Jara kana irratti Dubbii bilchaata dubbatee akka Kijiba Gurbaa Diimaafi Gartuusa Afaan qabsiisuu waan beekufi.
Inni lammataa maqaa Balleessi Waraana Bilisummaa Oromoo irratti deema jiru duuba taa'e kan dhiiba jiru Gurbaa Diimati.maqaa balleessi kana boodammoo Waraana Bilisummaa Oromoo akka Garee Shororkees*atti himatuf Imala deemama turetu jira.sana milkeessuuf Hogganni ABO-WBO akka Miidiyaa habashaa irratti ba'e hin dubbanne nageenyasaf gaarii miti jedhanii fakkeessuudhan imimmaan naacha buusanii boo'a turan.
Wanti yaadame hunduu ni fashale.Akeekaaf Kaayyoo qabsoo Bilisummaa Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo qabsaa'uuf akka Alagaa mirqaansee galma qabsoo keenya dhiyeessutti Abbaan Tarsiimoochaa as ba'e dubbatee firaf diinayyuu ajab jechisiise.
Dhugaadhas Waraanni Bilisummaa Oromoo qarabaa Qawwee harkisu qofa beeka miti,Siyaasa Addunyaa injiree Lafa kaa'e isa hundumarra Sabasaf Wareegama baasuf bosonu seenedha.
Har'ayyuu garuu Oromoon hedduun kaayyoo jala hiriiruurra,nama jala hiriirutti yeroosa gubafi akka Jabbii haati jala badde balbala Ormaa dhaabbatee mar'achuu filateera.
Waaq nu baasinna!
Dafqa,dhiigaafi lafee keenyan Oromiyaa ijaaru itti fufna.
OROMIYAAN BIYYA! Via seeneessa
677 views11:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-07 22:15:25
961 views19:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-07 22:15:25 Shira ABOn Guullallee jiranii fi Faqadaa Abdiisaafaa hojjachaa jiran Caqasaa WBO Jaal Marroon hogganamu balleessuuf Shira xaxan caqasaa. Kol. Gammachuu Ayyanaa, Amaan Filee fi Warra Gullallee hundaa fi Mootummaa Itiyoophiyaatu Shira kana xaxaa jira. Hubadhaa Oromoo Koo kunoo waraabbii warraa
843 views19:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-07 22:10:29
Unjifannoo Gootichi galmeesse dha
https://sagaleeoromoo.blogspot.com/2022/06/cuunfaa-gabaasa-injifannoo-wbo-zoonii.html
831 viewsedited  19:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ