Get Mystery Box with random crypto!

ᎪᎪᎠᎪᎪ ϴᎡϴᎷϴ ①⚫️🔴⚪️]

የቴሌግራም ቻናል አርማ linkaadaaoromo — ᎪᎪᎠᎪᎪ ϴᎡϴᎷϴ ①⚫️🔴⚪️]

የሰርጥ አድራሻ: @linkaadaaoromo
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 2.08K
የሰርጥ መግለጫ

ᵍᵃʳᵉᵉⁿ ᵏᵘⁿ ˢᵘᵘʳᵃᵃʷʷᵃⁿ ˢᵉᵉⁿᵃ ᵃᵇᵉˢˢᵃᵃ ᶠⁱ ᵃᵃᵈᵃᵃ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ;ˢᵉᵉⁿᵃᵃ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ᵍᵘᵈᵈⁱˢᵘᵘᵈʰᵃᵃᶠ ᵏᵃⁿ ʰᵒʲʲᵃᵗᵘᵈʰᵃ ᵏᵃⁿᵃᵃᶠᵘᵘ ᵒʳᵒᵐᵘᵐᵐᵃᵃ ʷᵃˡⁱⁱⁿ ᵍᵘᵈᵈⁱˢᵘᵘⁿ ᵇᵃʳᵇaᵃᶜʰⁱˢᵃaᵈʰᵃ!!
ᵍᵃᵃᶠᶠⁱⁱ ᶠⁱ ʸᵃᵃᵈᵃ Qᵃᵇᵈᵃⁿⁱⁱᶠ
👉 @AlamiiiFM

Ratings & Reviews

1.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1

የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-03-29 22:42:50
Liinkii kanaan galuun qarshii hojjedhaa...namni tokko liinkii keessaniin yeroo galu 0.1$ = 5ETB argattu...gara bot kanaa galuun channel isaan jedhan join godhaa mokkoraa
https://t.me/digibyte_legitbot?start=381332766

Adda biraa 0.5$=25ETB
https://t.me/officialplenty_bot?start=381332766

Akkatti baasatan isinittin agarsiisa dura seenaatii link keessan share godhaa...ani koyinoota addaa garaa walitti qabee qarshii amma kanarra ga'eera...jabaadhaa
699 views19:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-15 11:12:53 Bokkuu

772 views08:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-14 14:44:51 Waan haaraa

672 views11:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-12 17:41:50 Yaared Naggu sirba afaan oromoo sirbe

641 views14:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-31 16:29:47 Seenaa taateewwan dhugaa irratti hundaa'ee barraa'e kana dhaggeefadhaa irraa baradhaa

701 views13:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-27 08:44:19
Logo (faajjii) Mana Meeshaalee Elektirooniksii Odaa kana bifa kanaan bareechinee hojjennee jirra. Dhaabbanni kun faajjiisaa jijjiirrachuuf dorgomsiisaa waan jiruuf gara 'page' kanaa deemuun 'like' fi 'comment' nuuf taasisuun akka dorgommicha injifannu nu deggaraa! Galatoomaa!

https://www.facebook.com/127557864480162/posts/1093053507930588/?app=fbl
627 views05:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-23 21:50:50 Biriitaaniyaa keessattidha. Dubartiin tokko karaa guddaa irra qullaa ishee oliif gadi deddeemaa jirti, yeroo xiqqoo booda gara taaksii karaa cina dhaabbatanii imaltoota eegan keessaa gara isa tokkootti ol seente. Konkolaachisaan sun nama lammii chaayinaa ture. Yeroo ishee argatti haallishee bitaa itti galuun dinqisiifatee rifeensa mataa ishee irraa kaasee hanga qeensa miilla isheetti deddeebi'ee ilaaluu jalqabe. Dubartittiin waan tokko akka waan hin uumamne fakkeessitee deemuu bakka barbaaddus dubbattee akkanni deemsa jalqabu ijaan ajajje. Konkolaachisichi garuu gaaffiin isaaf hin deebine waan jiruuf miillaa hanga mataa isheetti ilaaluu isaa itti fufe. Yeroo kanatti dubartittiin "dubartii uffata hin uffanne argitee hin beektuu?" Jettee ija itti babaafte. Konkolaachisichi tasgabbiidhaan deebisee "obboleettiiko... an bitaa natti galee kanan si ilaalaa jiruuf qullaa waan taateef na dhibee utuu hin ta'in.. gatiin si tajaajileef qarshii naaf kaffaltu eessa akka gootee jirtu gaaffii natti ta'eeti"
~Argitee obboleessako biyya lafaa kanarratti akkuma shufeerii lammii chaayinaa sana kan ati itti xiyyeeffachuu qabdu wanta si ilaallatu qofa ta'uu qaba. Waan si hin galchine keessa galtee yoo oliif gadi borcite jireenyakee keessatti waan gaarii si fayyadu tokko waan dabaltu hin qabdu. Humni kee hamma danda'etti namootaaf gaarii godhi. Jireenya namoota dhuunfaa garuu abbaamasaaniitiif dhiisi.

JOIN and SHARE
@Abdii_Official
@Abdii_Official
567 views18:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-22 13:27:46 Dhangalaasi!

Baayyeen isaanii keessi isaanii dhiita'aadha. Yeroo hunda sirriidha, bareedoodha, beekoodha, taphatoodha, kan kabajamanidha, kan jaallatamanidha, hundumtuu kan guuteefidha, eenyu irraayyuu homaa hin barbaadan, eenyuun hin kadhatan, waan kamiifiyyuu hin dadhaban, manni isaanii guutuudha, fayyaa kan qabanidha, nagaaf gammachuu qabu, yeroo hundaa isaantu sirriidha, wanta itti hir'ate hin qaban....

....Kun hundi garuu ija ofii isaaniitiinidha.

Ija namoota isaan ilaalaniitiin dhugaan namoota kanaa kanbiraadha. Of jajoodha, of tuuloodha, hundumtuu nan darbin warra jedhanidha, fakkeessitootadha, fayyaan kan isaanirraa fagaatedha, jibbamoodha, arrabsitootadha, waan dubbatan hin beekan, waan godhan hin hubatan, miira isaaniitiin hoogganamu, maal naan jedhuu hin beekan, ofii isaanii sobu, namoota kan biraa akkanumaan inaafsisu, of dhaggeeffachuu hin beekan, kaayyoo hin qaban, bilchinni itti hir'ata.....

....Akkaataa ittiin nuti of ilaalluuf akkaataa namoonni ittiin nu ilaalan tokko miti. Nuti guutummaa guutuutti gaarii akka taane gaafa yaannu namootni nu waliin oolan hiriyoonni keenya dhiyoo garuu waayee hammeenya keenyaa aariidhaan kan dubbatan ta'uu danda'a. Sababnisaa safartuun keenya nuti ofiif kenninu baayyee guutee xiqqooma ishee iyyuu xiqqeessuu hin yaallu. Safartuun keenya guutee kufaatii keenya hundaatiif sababa ta'e
#Oftuulummaa (pride) jedhama.

Of tuulummaan keessa keenya guutee hir'isuudhaaf qophaa'aa yoo  hin taane eessayyuu gahuu hin dandeenyu. Jijjiiramni baayyeen isaanii xiqqoo irraa jalqabu. Baraadha jedhamuutu sirra jiraata. Barataa ta'uu qabda. Dogoggora hojjechuu qabda. Wantootni kun immoo of tuulummaa "of jaja" waliin hin deeman. Jijjiirama gaafa barbaaddu of tuulummaa ofirraa fageessuutu sirra jiraata.

'Burcuqqoo' kee duwwaa godhi. Kan biraa dhuguu kan barbaaddu yoo taate, isa haaraa fi adda kan ta'e dhandhamuu kan barbaadu hundi kana gochuutu irra jiraata. Kana jechuun garuu dirqama ulfina kee gatuu qabda jechuu miti. Namni of tuulaa fi namni ulfina isaa eeggatu adda addadha. Inni tokko addunyaa isaa keessatti guddatee akka fixee fi eenyu irraayyuu homaa akka hin barbaanne yaada. Inni lammaffaammoo guddinaafi jijjiirama isaa aadaa fi duudhaa seeraa fi amantii wajjiniin faallaa tokko malee akka deemuu fi sarara kanaa ol ta'e akka qabatuuf fuulleetti jabaatee adeema. Filannoo adda addaa lama.

Of tuulummaa yoo qabaatte ofii kee huutee of ajjeesaa jirta. Riqicha guddinaafi jijjiiramaa diigdeetta. Of tuulummaa jechuun dhibaa'ummaa waan ta'eefi, waan dubbatamu dhaga'uu dhiisuu waan ta'eefi, kan biroorra nan caala jechuun yaaduu fi kan biroo xiqqeessuu waan ta'eefi. namni of tuulaan eenyummaa lama qaba. Namoota isaa gadii biratti gaafa arginu amala nuti arginu jira. Bakka isa irra caalurra kan jiran amalli inni ittiin keessummeessu ni jira. Of tuultonni kanaan adda baafamu. 'Burcuqqoo' (xaasaan) kee kan baatee jiru kanadha. Lafa irrattis waaqa irrattis amala kee kan xureessuu danda'u dhukkuba of tuulummaa jedhamu kanadha. Isa kana dhangalaasiitii jireenyakee bakka dhaabdee jalqabi! Of tuulummaa keessa yoo jiraatte jireenyikee hamma har'aa jireenya hin turre.

'Burcuqqoo' ykn xaasaa kee duwwaa godhi!

JOIN
@Abdii_Official
@Abdii_Official
317 views10:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-21 21:27:14 Dhangalaasi!

235 views18:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-01-17 21:30:11 Chaanalii bohaartiiti itti dabalamaa

https://t.me/kikiksuu https://t.me/kikiksuu
475 views18:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ