Get Mystery Box with random crypto!

Duuba namoota milkaa'oo hunda iccitii kanaan walfakaatutu jira | Lalisa T Ayana CHANNEL

Duuba namoota milkaa'oo hunda iccitii kanaan walfakaatutu jira

Garaa nama nyaata!
Harmeensaa rakkattee, qoraan dugdatti baattee joortee isa barsiiste. Innis guyyaa eebba isaatti gidiraa harmeesaa yaadachuufi kabaja isheef qabu agarsiisuuf uffata eebbaa isheetti uwwisee, ofii qoraan dugdaatti baate!

Akka itti nama taate yoo dagatte, ati ammayyuu nama hin taane!

#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬