Get Mystery Box with random crypto!

Lalisa T Ayana CHANNEL

የቴሌግራም ቻናል አርማ lalisa_t_ayana — Lalisa T Ayana CHANNEL L
የቴሌግራም ቻናል አርማ lalisa_t_ayana — Lalisa T Ayana CHANNEL
የሰርጥ አድራሻ: @lalisa_t_ayana
ምድቦች: ብሎጎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 3.41K
የሰርጥ መግለጫ

Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
➢ Eenyummaan kee si keessa qofadha.
Thoughts from the Product Manager / CEO / Founder of @Qaroocompany
📥inbox @LalisaTAyana
🔵Facebook add ➡️ bit.ly/32A48B8
Website ➡️ www.Qaroo.org

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

2

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-08-31 19:05:45
KUTAA 8FFAA

Qormaanni ministirii kutaa 8ffaa gadhiifamera

Karaawwan Firii qorumsa ministry kutaa 8ffaa bara 2014 ittiin ilaalan.

http://Oromia.ministry.et
http://Oromia.ministry.et

✤Join more news @Lalisa_T_Ayana

More news on YouTube





Share and Support your friend
352 viewsLalisa, edited  16:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-08 15:45:09
Certificate

Develop a company website with wix

Thanks

@Lalisa_T_Ayana

My Linked in account follow

https://www.linkedin.com/in/lalisa-t-ayana-18a6331b9
1.7K viewsLal isa, edited  12:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-08 13:35:27 My Linked in account follow

https://www.linkedin.com/in/lalisa-t-ayana-18a6331b9
1.7K viewsLal isa, edited  10:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-30 21:29:38 Coqorsaa Abdii

Kitaabaa kana baay’een dubbisuu jaaladha isinis Akka dubbiftan isiniif dhaamaa

#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

Follow my social media account

Facebook page http://www.facebook.com/lalisata.ta

Telegram channel T.me/Lalisa_T_Ayana
2.3K viewsLal isa, edited  18:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-30 21:09:48 Hiriyaa Asoosama



#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

Follow my social media account

Facebook page http://www.facebook.com/lalisata.ta

Telegram channel T.me/Lalisa_T_Ayana
2.1K viewsLal isa, edited  18:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-30 19:13:56
Gaaddisaa Award

Baga gammaddan! Baarreessaafi Gaazexeessaa Namoo Daandii (Dhaabaa Wayyeessaa) akkasumas Obbo Xahaa Abdii badhaafamoo Gaaddisaa Awwaardi ta'aniiru; lamaanuu karaa bakka bu'ootasaanii badhaasa qophaa'eef fudhataniiru.
Gammachuun Oromoo immoo damee ogummaa kanaan Oromoon walbadhaasuu jalqabuu isaati. Galatoomaa!

▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬
2.0K viewsLal isa, 16:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-26 14:09:08
Subscribe gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

Subscribe

https://www.youtube.com/channel/UCEiWFhSBOlKgSoB7HaDBzGQ
2.4K viewsLal isa, edited  11:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-22 13:38:13 Namoonni wantoota armaan gadii barbaadan nu qunamuu dandeessu

1) web design / domain name/ hosting
2) promotion ( hojii beeksisa channeloota fi group gurguddaa irrati 195k, 46k ,22k ,20k isiif beksisuu dandeenya)
3)logo , banner , fi kkf
4)rokkoo software mobaayila fi social media(internet problem) tif furmaata ni argatuu

Karaa kanaa nu qunamuu dandeessu
@LalisaTAyana

Galatoomaa
2.8K viewsLal isa, edited  10:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-21 10:52:36 Akeeka kee Akeekkadhu

"Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa" jedhu warri keenya Yeroo mammaakan. Mammaakan dubbii eegalu, mammaakan dubbii xumuru. Kuni dubbiin Oromoo Oromoo jennee eenyummaa keenya ittiin dhaadhessuuf osoo hin taane seeraaf sirna isaa keessatti uummanni keenya kallattiin ati badii qabda ykn ati yakkamaadha ittiin jechuurra kallattii inni ittiin hin miidhamneen ergaa dabarfata.

Baay'ee dubbachuu koo irra garan waanan dubbachuu barbaaddettan deema na faana bu'i. "Akeeka kee Akeekkadhu" akkuman dura mammaksaan eegale. Jireenya nuti addunyaa kanaa irratti jiraataa jirru keessatti harki caalaan namoota isa namoonni muraasni dalagan daawwachuudhaadhan maamila(customer) ta'anii jiraatu. Kun dhiibbaa warri muraasni Uumaniin garri caalu dhiibamaa oola. Isaan ofii isaanii miseensa (Subscriber) taasifachuudhaaf hirriba dhabu.

Warri miseensa ta'an immoo qoosaa ykn tapha akka gaariitti illee barnoota dabarsuufii hin dandeenye irratti sa'aatii isaanii gubaa oolu. "Akeeka kee Akeekkadhu" . Barreeffama olii kana akka fakkeenyaattin xiqqoo irraa dawwadhe. Kan Akeeka ofii malee nama akeekkatan danuudha. Ati Akeeka qabdaa ?. Akeekuma keetti jirta moo waanuma namni jiraatuuf jiraattee,waanuma namni nyaatuuf nyaatta ?. Yoo akkas tahee rakkoo hin qabu isa hojjetuuf miseensa(Subscriber) taatee jiraachuudhaan namoota biroof illee akeeka isaa fiixaan baafteefi darbita.

Yoo akeeka qabatte immoo akeeka kee irra ejjettee galma kee bira gahuudhaaf kan namaa faana fiiguu dhiiftee kan keetiif mataan si bowwaafata. Akkas taanan as na dhageeffadhu. Daboo ollaadhaaf kan deeman ofii hojii dhabanii miti. Guyyaa biraa atis ofii kee daboo kadhachuu waan dandeessuufi. Akkuma kana akeekni kees of eeggannoo godhaafii fiiguu qabda ykn guyyuma hundaa deemtee dhaabbatta taanan akka kufte beekkadhu. Daldalaan tokko hojii daldala isaa guddifachuuf asiif achi kan fiigu,maaloo beeksisa naaf beeksisi maamiltoota koo naaf jajjabeessi kan siin jedhu yoo tahe akeeka isaa fiixaan baafachuuf areeda. Atis akkuma isaa daldalaa taheen hojjedha jettee fiiguu hin qabdu. Ni baratta taanan barnoota keetiif bakka gaarii kennitee Akeeka keef of eeggachuu qabda.

"Akeeka kee Akeekkadhu"

Maddi ( source) :- social media

#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬
2.7K viewsLal isa, edited  07:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-16 20:18:57
Duuba namoota milkaa'oo hunda iccitii kanaan walfakaatutu jira

Garaa nama nyaata!
Harmeensaa rakkattee, qoraan dugdatti baattee joortee isa barsiiste. Innis guyyaa eebba isaatti gidiraa harmeesaa yaadachuufi kabaja isheef qabu agarsiisuuf uffata eebbaa isheetti uwwisee, ofii qoraan dugdaatti baate!

Akka itti nama taate yoo dagatte, ati ammayyuu nama hin taane!

#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa

▬▬▬▬▬▬ T.me/Lalisa_T_Ayana ▬▬▬▬

▬▬ Facebook Open ▬▬
2.8K viewsLal isa, 17:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ