Get Mystery Box with random crypto!

Hawi Anole

የቴሌግራም ቻናል አርማ hawianole — Hawi Anole H
የቴሌግራም ቻናል አርማ hawianole — Hawi Anole
የሰርጥ አድራሻ: @hawianole
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 36.48K

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2023-10-19 17:43:48 https://www.facebook.com/100084732913955/posts/pfbid02dxABhpp7mLrkvdummnMixz3GagyomXbKjjk3kNh8DNym36wWen8UNzWJGaRf8KXPl/?mibextid=I6gGtw
20.6K views14:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-19 08:25:57 https://www.facebook.com/100084732913955/posts/pfbid02GdTrppCEukeYJqhWbFcZ7QV2fpk44tp8x8srsyYvYe6CNnBQvzaecgH3hPjASAPel/?mibextid=I6gGtw
20.1K views05:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-17 19:56:24 https://www.facebook.com/profile.php?id=61551353644358&mibextid=LQQJ4d
19.7K views16:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-17 06:33:08 Mee hardha gaafuma kana of gaafataa oli ~ ciminni koo maali?
20.9K views03:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-10-05 16:28:18 Ilaalchi Gaariin Dawaa Sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu
32.5K views13:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-30 19:22:01 https://www.facebook.com/profile.php?id=61551353644358&mibextid=LQQJ4d
37.5K views16:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-30 08:58:41 Nama Taaylaand isin geessa isiniin jedhurraa of eegaa! Hojiin hojjatamu yakka Idil Adduunyaawaafii hamaadha.

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
38.9K viewsedited  05:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-28 16:23:44 Kan sadarkaa guddaarra gahee hardha ati akka fakkeenyaatti ilaaltu hunduu guyyaa tokko akkuma kee of shakkaa ture. Shakkii sana cabseet, ofitti amanamummaa horateet eddoo yaadu gahe. Si maaltu akka of shakkitu si godha? maalif ofii keetiitti daangaa ijaarta? eeyyen, inuma dandeessa! Hamma namni sitti himuu hin eegin ~ dammaqi!

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
40.3K views13:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-27 17:05:32 Imala jiruu keetii keessatti kufnana hin sodaatin. Kufaatin tokko tokko ka’umsa jajjabaadhaaf bu’uura cimaa namaaf taha. Kan osoo kufee hin ka’in milkaa’e tokkoyyuu hin jiru. Waan guddaa hawwi, carraaqi, Rabbiin irratti kadhadhu - waan yaaddes inuma argatta, eddoo yaaddes numa geetta

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
39.3K views14:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-09-27 08:15:39 Waan nu hordoftaniif ~ galanni keenya guddaadha

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
36.0K views05:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ