Get Mystery Box with random crypto!

Dhaamsa guyyaa Ilmi Waaqayyoos akka dhufee fi wanta dhuga | ፍኖተ ~ ጽድቅ

Dhaamsa guyyaa

Ilmi Waaqayyoos akka dhufee fi wanta dhugaa taʼe akka beeknu hubannaa akka nuuf kenne ni beekna; Innis isa dhugaa taʼe keessa qabna, innis ilma isaa Iyyasuus Kiristoos dha. Inni Waaqa dhugaa fi jireenya bara baraa dha. Ijoollee, waaqolii tolfamoo irraa of eegaa.

1Yoh 5:20-21

Join godhaa ➟ @fenote_tsedek
Share godhaa ➟ @fenote_tsedek