Get Mystery Box with random crypto!

Farraa ILLuminaattii (The Killuminati)

የቴሌግራም ቻናል አርማ farraailluminaatii — Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) F
የቴሌግራም ቻናል አርማ farraailluminaatii — Farraa ILLuminaattii (The Killuminati)
የሰርጥ አድራሻ: @farraailluminaatii
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.38K
የሰርጥ መግለጫ

🔑��Kaayyon keenya hammeenyaa waldaleen iccitii seexanaa rawwatan saaxiluudha��
👉yaada yoo qabatan👇👇👇
@Thehacher
👆👆👆Yaada keessanif👆👆
👇 👇👇👇👇 👇👇👇👇 👇👇 https://www.facebook.com/groups/283958202783011/
👇 Mul'ata yoh ;-13:18👇

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-07-05 22:57:38 ➲Kaayyoon Channeli keenya Amantaa Seexanaa ykn ILLUMINAATII(666) saaxiluu dha.

Soban ykn dogongoran ergaa hordoftootni Amantii Seexanaa, hordofan dabarsan saaxiluu fi mormuu dha.Fkn kanneen akka arman gaditti barreefaman hiika itti kennuun barsiisuu fi iccitii seexanaa saaxiluu dha.

Amantoota Seexanaa saaxiluu.
Miseensota illuminatii saaxiluu.
Hordoftota Bineensichaa saaxiluu.
Seexanni (Lucifer) Eenyu?
Amantii Addunyaa Tokko jechuun Maal Jechuu Dha?
Bulchiinsa Addunyaa Tokko Jechuun Maal Jechuu Dha?

Jaʼa Jaatamii Jaʼa Jechuun Maal Jechuu Dha?(666)
Teknooloojii Seexaniicha Jechuun Maal Jechuu Dha?
Sodoomummaa ykn walquunnamtii saal-tokkee (LGBT) Maal Jechuu Dha?

~ Pornogiraafiin (Masturbation) Maali?
☞GMO" jechuun Maal Jechuu Dha?
"MICROCHIPS"jechuun Maal Jechuu Dha?

☞kanneen gubbaa irratti barreefamani fi kanneen biraa hiika itti kennuun barsiisuu fi iccitii seexanaa saaxiluu dha.

☞ Odeeffannoo dabalataaf Fuula Telegirami keenya Join,Add fi Invite hiriyoota kessaan gochuun nuu hordofaa iccitii seexanaa saxilaa namotaa iccitii kanaa hin beekneef share godha.
☞Yo xiqqaate hiriyoota jaallatan namoota 5'f ergaa kana dabarsa.

Waan dubbiiftaniif galatomaa!!

Share
JOIN JOIN
Join @farraaILLuminaatii join
Join @farraaILLuminaatii join
Join @farraaILLuminaatii join
JOIN
☞Waanta dabalamuu qabu yookaan akka hir'atuf asin nu gahaa
@ThehacherBot
747 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, edited  19:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-06-20 09:43:29
746 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 06:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-06-20 09:43:16 ..
★Itti yaaduudhaan gareen kun bara 2012 eegalanii Vaayiresii Koroonaa amma dhaloota akka baalaa harcaasaa jiru kana qopheessaa turan. Ergamtoonni Seexanaa garee hamoon namaan socho'anii Vaayiresii kana qopheessan harki walakkaan biyya Ameerikaa keessa jiraatu. Dhufaatiin Doonald Tiraampi isaaniif balbala gaarii kan bane, gareen kun gara biyya Chaayinaa biyya Waaqayyoon hin qabnetti imaluun hojii isaanii tokko jedhanii jalqaban. Waaqayyo isaan gararraa jira! Isaan garuu akka waan Waaqayyoon caalanitti jarjaraa jiru.

# Namoonni waa'ee hin baafne (foolish people) kunneen qaaromina haa qaabatan iyyuu malee, daachii kana balleessuuf humna hin qaban, sababni isaa uumaan dachii kanaa isaan waan hin taaneef. Uumaatu uumama isaa irratti aboo qaba malee Seexanni har'as mirga hin qabu!

☞ ITTI FUFA.......
Waan dubbiiftaniif galatomaa!!
☞ Odeeffannoo dabalataaf Peejii keenya Join,Add fi Invite hiriyoota kessaan gochuun nuu hordofaa iccitii seexanaa saxilaa namotaa iccitii kanaa hin beekneef share godha.

☞ Nama hunda akka qaqqabuutti share fi jo'in taasisaa Waliin gahaa!

Share
No No No
Join @farraaILLuminaatii
Join @farraaILLuminaatii
Join @farraaILLuminaatii
JOIN
☞Waanta dabalamuu qabu yookaan akka hir'atuf asin nu gahaa
@Thehacher
767 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 06:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-06-20 09:43:16 Teknooloojii Seexaniicha
# Reposted
TOKKUMMAA 5G FI 666!
...
››“Ani dafee nan dhufa; namni tokko illee gonfoo mo'ichaa isa kan keetii si duraa akka hin fudhannetti, isa qabdu jabeessii eeggadhu'!”
— Mul. 3:11
“"Sabni koo karaa ittiin na beeku waan dhabeef balleeffame"
Raajicha Hose'a 4:6
Tekinooloojiin 5G tekinooloojii 4G daran fooyyeessuuf kan kalaqame yoo ta'u 4G caalaatti harka kudhan saffisaadha. 5G ofii isaatii 666 utuu hin taane, hojii 666 milkeessuudhaaf wiirtuu ta'ee kan tajaajilu kalaqadha guddaadha.

Akkamiin?

√√ Bilbila harkaa 5G qabu yoo qabaatte bakka deemtu hundumaa qabattee deemuu sin barbaachisu, mana kee keessee deemta. Garuu "MicroChip" gogaa kee keessa awwaallattee qabaachuu qabda. MicroChip kanaan bilbila siif bilbilamu deebisuu dandeessa, akkasuma nama barbaaddeef utuu bilbila harkaa hin qabaatin bilbiluufii dandeessa.

MicroChip sammuu kee dubbisa, akkasuma waan ati fuula duratti gochuuf jettus ni beeka. Kanaaf nama ati bilbiluufiif deemtu akkasumas waan ati bilbiltee dubbattu mara ni beeka jechuudha.

5G qabaattee akkasuma MicroChip awwaallattee yoo jiraatte "Passport" utuu hin qabaatin addunyaa mara imaluu dandeessa, akkasumas baankii addunyaa kana irra jiran mara utuu qaamaan bira hin jiraatin taajaajilamuu dandeessa. Kana jechuun bakka jirtu jiraattee addunyaa kana irratti bittaa fi gurgurtaa raawwachuu dandeessa jechuudha.

»’’Mul'ata yoh ;-13:16-18 dubbiftee beektaa?
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Bineensichi namni hundinuu, xinnaan, guddaan, sooressi, hiyyeessi, birmaduun, garbis harka mirgaa irratti yookiis adda irratti gubaa akka qabaatu in gochisiisa.
¹⁷ Kana gochuun isaas namni gubaa bineensicha isa duraa, isa maqaa isaa yookiis lakkoobsa maqaa isaa argisiisu of irraa yoo qabaate malee, bituus gurguruus akka hin dandeenyeef.
¹⁸ Mul'ata yoh ;-13:18
Kana keessatti ogummaan in barbaadama; lakkoobsi kun maqaa namaatiif waan dhaabatuuf, namni sammuu qabu lakkoobsicha lakkaa'ee bira ga'uu in danda'a; lakkoobsi isaa immoo dhibba ja'aa fi jaatamii ja'a.

.≈Wangeelli keenya akeekkachiisa kana waggoota 2000 fuula dura nuuf kennee jira.
..
Kristiyaanonni yaada MicroChip bitachuun awwaallachuu akka hin fudhanne Bill Gates faa waan beekaniif namni kam iyyuu talaallii dhibee daddarbaa amma addunyaa raasaa jiru kanaa fudhachuu qaba jechaa jiru. Adda dureen dhimma kana sochoosaa kan jiran garee iccitaawaa addunyaa kanaa kan taa'an "Freemason" warra jedhaman gartuu kan akka Bill Gates fi mootota addunyaa kanaa bebbeekamoo baayyeen keessatti argamaniiti.

Freemason hangafa Illuuminaatii Seexanicha addunyaa kanaati.
Kutaa darbee keessatti wa'ee freemasonota bayyinaan isinif ibsun ko ni yaadatama.

»» Talaallii kana nama hundumaaf harka irra kennuuf qophaa'aa kan jiran yeroo ta'u, talaallii kana keessa dhoksuun "MicroChip" awwaaluuf deemaa jiru. MicroChip'n ofitti fudhanne jechuun utuu hin jaallatin maallattoo bineensichaa 666 godhaneerraa jechuudha. Kana kan goonu yoo ta'e akeekkachiisa Mul'ata 13 irratti nuuf kenname waan cabsineef Seexanicha isa dhagaa boba'u keessatti gubachuuf jiru waliin gubachuuf jirra jechuudha. Oolee utuu hin bulin tooftaa kanaan Seexanni addunyaa kana weeraruuf dhufaa waan jiruuf yaa Uummataa dammaqaa!

Akkasuma gareen iccitawoo addunyaa ergama seexanaa fiixaan baasan kun dhibee uumuun addunyaatti facaasanii akkasumas immoo furmaata isaa barbaadu. Ergamni isaaniis kan of keessatti qabatee jiru:

√ Rakkoo☞Tarkaanfii☞Fala dha!
Kana jechuun rakkoo tokko erga uumanii booda, fala jedhanii uummata amansiisuun hadhaa'a sabni dhuguu hin qabne obaasu.

Fakkeenyaaf, Koroonaa uumaniiru, kun rakkoodha. Koroonaa kana dhaabuuf talaallii barbaadu, kun tarkaanfiidha. Talaalliin argameera namni kamiyyuu yoo talaallii kana fudhate malee hin du'a jedhu. Kun ammoo fala! Egaa eenyutu kana irraa hafa jettanii yaaddu? Kaayyoo isaanii dhaabuu hin dandeenyu, sabani isaa Waaqayyoo dhaabaa nuun hin jenne. Garuu kan gochuu qabnu dhaloota huubachiisuun akka of eeggatu taasisuudha.
1.1K viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 06:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-06-19 17:10:57 # Channalee Facebook ko kana Linkii armaan gadii tuquudhaan #JOIN taasisaa!

Barnootaa fi Sagantaalee adda addaa guyyaa guyyaadhaan waan haaraa irraa argattu!

Atis yoo xiqqaate namoota 10f ergi!

#Share_Waliif_Taasisaa !

https://www.facebook.com/groups/283958202783011/

---------- JOIN --------
893 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 14:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-06-19 17:07:38 Kaayyoon Chaanalii kana
━━━━━⊱✿⊰━━━━━
Iccitii Seexanaa saaxiluu dha.
dhuftee seenaa lcitii addunyaa
Keenyaa dabalatee, yeroo hammaa kana gama siyaasaatiin, dinagee
deetin, amaantaatin, alagoonni harka lafa jalaatiin addunnyaa keenya
irratti ammeenya raawwatan siritti saaxilti.

Kana malees, Xaxxoo fi
takallaan yeroo dheeraatiin Golgaa duubaan raawwatame amantaa
wajjin walitti hidhiinsa horatee hangam uummata burjaajeessaa akka turee ifa godhee agarsiisa.

Chaanaliin kun gaafiiwwan jireenyaa fi addunyaa kanaa deebii kennuu yaalti jedheen amana.
Keessumattuu
Addunyaadhaan kan loogamtee daandii dhugaa dhiphoo kanaa beekuu
kan barbaadan hundumaaf harka ishii diriirsiti.

KUN ICCITII SEEXANAATI.WAAQAYYO AKKA
NUTI SEEXANA IRRATTI DAMMAQNU FEDHA
MALEE AKKA NUTI RAFNU MITI.

Xaxxoo fi takaalla illuminaatootni yerro ammaa kana addunyaa irratti raawataa jiran beeknee akka dammaqnuuf waaqayyo nuu haa gargaaru.
Ameen

ODEEFFANNOO GAGAARII KAN BIRAAF PAGE KOO ᴊᴏɪɴ sʜᴀʀᴇ ᴊᴏɪɴ godhaa. https://t.me/joinchat/AAAAAFTwZ_5TAQN3F8Wvcw
Yaada yookiin Sagantaa nuuf ergitaniif Guddaa Galatoomaa!!!
Qeeqa fi yaadawwan sirrachuu qabaniif akkasuma jajjabinaaf
Asiin nu quunnama

https://t.me/Thehacher
843 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 14:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-14 00:06:49
የተለያዩ ዶክተር ሳይንቲስቶች 5ጂን አስመልክተው ስለሚያመጣው የጤና ጠንቅ በማስረዳት ምንግስት እንዲያግዳቸው የጠየቁትን ፣ 5ጂን በሚተክሉት የቴሌኮሚኒኬሽን ኩባንያዎች ጤና ላይ የሚያስከትለውን ጉዳት safety study እንዳላረጉ ተመልከቱ
758 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 21:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-14 00:06:49 የ 5ጂ ጠንቅ ይህ ብቻ አይደለም ከዚ በፊትም እንደነገርኳቹ የ ኮሮና ክትባት ተብሎ የተሰራው bio weapon , በውስጡ ካሉት dozen of toxic chemical በተጨማሪ የ Graphene Oxide እና nano particles ይገኙበታል, እነዚ particles ደሞ እንደ 5ጂ ባሉ high frequency network በመጠቀም run መደረግ ይችላሉ .. graphene oxide super conductor ሰለሆነ ከምንም አይነት external electromagnetic fields emit ሚያረጉ deviceች EMF absorb በማረግ በመንቀሳቀስ የልባቹ ግድግዳ ላይ በመጣበቅ ከላችሁበት አካባቢ የሚያገኘውን external electromagnetic fields ትልቅ energy absorb እንዲያረግ ያረጉታል እናም ያ absorb የተደረገው external electromagnetic energy በእጥፍ ጨምሮ ወደተጣበቀበት የልባቹ ግድግዳ ይይተላለፋል በዚህ ሁኔታ የተላለፈው ትልቅ የ electrical discharges የልባቹ myocyte(cardiac muscle cell) depolarize በማረግ ለ arrhythmias ይጋልጣቹሃል arrhythmias ማለት የልባቹ ምት ሲስተጓጎል ፣በ ፍጥነት ከመጠን በላይ እንዲጨምር በማረግ ባልተጠበቀ ድገተኛ የ ልብ failure ትሞታላቹ ፣ ልብ በሉ አትሸወዱ ይህ በጣም በረቀቀ መካኒስም የተሰራ አደገኛ በ electrophysiology የረቀቀ ድምጽ አልባ መግደያ መሳሪያ ነው ኢትዮጵያን ጨምሮ በተለያዩ ሃገራት በዚ ፍጥነት የ 5ጂ ታዎሮች እየተተከሉ ያሉበት ምክንያት ለ internet ፍጥነት ታስቦ ሳይሆነ ለዚው አላማ ነው ክትባቱ ውስጥ ያለው graphene oxide እንዲሰራ፣ እንዲገድል ፣ትልቅ አማውንት ያለው የ electrical discharges ወደተጣበቀበት የ ልባቹ ግድግዳ እንዲያስተላልፍ ትልቅ Electromagnetic radiation emit ሚያረግ ዋና source ያስፈልገዋል, ያ ደሞ 5ጂ ነው . በዚ ሁኔታ በጣም ክትባቱን የተከተቡትን ሰዎች በቀላሉ መግደል ይችላሉ ፣ ክትባቱን ባትከተቡ እንኳንም የ 5ጂ tower ያለበት አካባቢ ብትሆኑ ክፉኛ ታመማቹ ለ ተለያዩ serious condition ትጋለጣላቹ፣ ለዛም ነበር በተለያዩ ሃገራት የ 5ጂን ጨረር ተቃውመው ስልፍ ሲወጡ ፣ ድምፃቸውን ሲያሰሙ ፣የቆዩት ከዛም አልፈው የ 5ጂ towerችን እስከማቃጠል የደረሱት ፣ እንንተስ ብትሆኑ ምን ማረግ ትችላላቹ ፣እነዚን ገዳይ የ 5ጂ towerች በየሰፈራቹ በየቤታቹ አቅራቢያ ሲተክሉባቹ ...? አሳዛኝ ጊዜ ሚጎዳችሁን ነገር አልፈልግም አንሱልኝ ብላቹ መቃወም እንኳን አትችሉም.

ሰውነታችን ውስጥ የሚኖሩ internal wasታችንን detoxify የሚያረጉ ፣ብዙ ስራ የሚሰሩ በ ሚሊዮን የሚቆጠሩ ጠቃሚ ባክቴሪያ፣ ፉንጊ parasite አሉ፣ እነሱም በ 5ጂ microwave radiations በሚጋለጡበት ጊዜ ፣ይጎዳሉ ፣ መሞት ይጀምራሉ፣ በዛ ሰዓት እራሳቸውን ለመከላከል they producing toxins in self defense. በዚም ምክንያት ሰውነታችን will experience flu like symptoms , ጉንፋንን የሚመስል በሽታ መታመም ትጀምራላቹ ፣ ከዛም የኮሮና story ይቀጥላል ማለት ነው . 5ጂ ለ ሁሉም life form ጠንቅ ነው.ታስታውሳላቹ የ5ጂ ታወሮችን artificial ዛፍ ፣ የ palm tree አስመስለው ሰዉ እንዳያቅ ሲተክሊ ... ካይናችን ለማራቅ ሲሞክሩ ፣ ይን ያህል ነበር ሰዉ የ 5ጂ እንደሆነ እንዳናቅ ሲጥሩ የነበረው :: ከታች የተለያዩ ዶክተር ሳይንቲስቶች 5ጂን አስመልክተው ስለሚያመጣው የጤና ጠንቅ በማስረዳት ምንግስት እንዲያግዳቸው የጠየቁትን ፣ 5ጂን በሚተክሉት የቴሌኮሚኒኬሽን ኩባንያዎች ጤና ላይ የሚያስከትለውን ጉዳት safety study እንዳላረጉ ፣ ሚዲያው ላይ የማታዩትን ቪዲዮውች ለቅላችኋለው።

በተጨማሪም 5ጂ ጤና ላይ የሚያመጣቸውን ጉዳቶች ስል EM radiation Poisoning , biological effects. ምን አይነት ጉዳት እንደሚያመጣ እነዚ ገፆች ላይ ተጨማሪ መረጃዎችን ታገኛላቹ

https://wearetheevidence.org/electromagnetic-sensitivity/
https://www.saferemr.com/
https://www.5gspaceappeal.org/the-appeal
https://whatis5g.info/
https://www.emfscientist.org/
723 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 21:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-14 00:06:49 ከ ቀናት በፊት ሁላችሁም እንዳየነው እንኳን ደስ አላችሁ! እንኳን ደስ አለን በሚል የምስራች በሚመስል ዜና የመጨረሻውን የኔትዎርክ ትውልድ 5ጂን (bio weapon) የቅድመ-ገበያ የሙከራ አገልግሎት የአፍሪካ መዲና በሆነችው አዲስ አበባ በዛሬው ዕለት በስድስት ጣቢያዎች እንደተጀመረ ተነገረን ህዝቡም በደስታ ፐ እያለ አድናቁቱን ገለጸ ፣ ሚዲያዎች እንደለመዱት ያገኙትን ሙክት ውሬ እየተቀባበሉ እንደ ፓሮት ደጋግመው አወሩት ፣ ኢትዮጵያ የመጨረሻውን ፈጣኑን ኔትወር 5ጂን ጀመረች ! ይህ ጅል ህዝብም ፊልም በ ሰክንድ ውስጥ ልናወርድ ነው ፣ አቤት ቴክኖሎጂ እያለ አደነቀ


ኢትዮጵያን ለማጥፋት ቆርጠው የተነሱት የጨለማው አበጋዝ ሉሲፈራያኖች፣ ትልቅ ስራ እየሰሩ ነው ፣ እቅዳቸውን ለማሳካት አብረው እየሰሩ ካሉት ብዙ ሰዎች መካከል አንዱ ሚመስለው puppet ሙሉጌታ ካሳ ( tech talk on ebs) ሚዲያን በመጠቀም ይህን ምስኪን ህዝብ ካስታወሳቹ ከዚ በፊት እጅ ላይ ስለሚቀበረው ማይክሮ ችፕስ፣ሰለ ክትባት ፤ ሰለ 5ጂ መልካምነት ፣ የ ዲጂታል ኢኮኖሚ(የአውሬው መገባበያ ገንዘብ) አስፈላጊ እንደሆነ ፣ ሲሰብክ ህዝቡን ቀድሞ ሲያዘጋጅ ቆይቷል ። ሰበካውም ፍሬ አፍርቶለት ህዝቡ 5gን ሆ ብሎ በደስታ ተቀብሎታል :: አብዛኛው የ ኢትዮጲያም ህዝብ የተነገረውን ብቻ በመያዝ ቴክኖሎጂ ሲያድንቅ የሚኖር brain washed ህዝብ ነው። አዎ በ 5ጂ HD quality ያላቸውን ፊልሞች በ ሰከንዶች ውስጥ ማውረድ ትችላላቹ እና ፣ ምን ይጠበስ ፣ የ ኢትዮጵያ ህዝብ ችግር የ ኢንተርኔት ፍጥነት ነው እንዴ ..? ውሃ ና ዘይት እንኳን በስርዓቱ ማግኘት ያልቻለውን ህዝብ ፣ ስለ 5ጂ ፍጥነት መንገር ፣ ቴክኖሎጂው እውን ሰልሚያረገው artificial Intelligence , , driverless cars, video streaming, Metaverse, virtual reality, Facial Recognition Technology ፣ biometric data, Digital IDs, መስበክ ምን ይፈይድለታል?

5ጂ ቴክኖሎጂ እንዴት ነው ሚሰራው ፣ 5ጂ ነትዎርክ ምን ያህል radiation emit ያረጋል፣ ጤና ላይ ምን ያህል ጉዳትስ ያስከትላል.. ብላቹ ብትጠይቁ ግን አንድም ሰው መልስ አይሰጣችሁም የ ኢትዮጵያ ህዝብ፣ በ ኑሮ፣ ሰላም በማጣት ፣ በ ብሔር፣ በጦርነት , በ ዶክተር ጠቅላይ ሚኒስቴር ንጉስ አብይ አህመድ ወሬ ድንዝዞ ፣ ንቃተ ህሊናው ወርዶ ፣ ጭንቅላቱ ደክሟል። አሉ የሚባሉት የ መረጃ ማሰራጫ ሚዲያዎችም ፣ ስራቸው propaganda ነው , በሉ የተባሉትን ያወራሉ፣5ጂ ስለሚያደርሰው የጤና ጠንቅ ቢያውቁም በጭራሽ አይነግሯች ታዲያ ሰዉ በየት በኩል ይንቃ?

5ጂ እስከ 60ghz frequency ድረስ ይሰራል፣ ያ ማለት በየ 1 ሰከንዱ 60 ቢሊዮን EMF emit ያረጋል ፣የ 5G ኔትውርክ ረጅም እርቀትና በ solid surface መጓዝ ስለማይችል ቢያንስ በ የ100 ሜትር እርቀት ልዩነት መተከል አለባቸው , እያንዳንዱ የ5ጂ ቤዝ ጣቢያ በመቶዎች የሚቆጠሩ አንቴናዎችን ይይዛል ያም በቀላሉ በ አካባቢው ውስጥ ባሉ ሁሉም የሞባይል ስልኮች እና የተጠቃሚ መሳሪያዎች ላይ በርካታ ሌዘር መሰል ጨረሮችን በአንድ ጊዜ በማነጣጠር ያስተላልፋል። This technology is called “multiple input multiple output. Even የ 5G ቴክኖሎጂ ከመምጣቱ በፊት ፣በደርዘን የሚቆጠሩ አቤቱታዎች እና ይግባኞች ካለማቀፍ በተወጣጡ ከ 3ሺ በላይ በሚሆኑ ሳይንቲስቶች የ ገመድ አልባ ቴክኖሎጂ መስፋፋት በ ጤና ላይ የሚያመጣውን ጠንቅ በማስረጃ በማስደገፍ የመሠረት ጣቢያዎችን እንዳይስፋፉ ሲጠይቁ ቆይተዋል።

እንደ ምሳሌ ነት በ 2015 ከ41 ሀገራት የተውጣጡ 215 ሳይንቲስቶች ለተባበሩት መንግስታት ድርጅት (UN) እና ለአለም ጤና ድርጅት (WHO) በልዕክታቸውን አስተላልፈዋል። እሱንም እዚጋ ማየት ትችላላቹ https://emfscientist.org/index.php/emf-scientist-appeal . እንደገለጹትም በዙሪያው የተሰሩ በርካታ ጥናቶች ና scientific publications እንደሚያሳዩት የ EMF electromagnetic fields international and national guidelines” ካወጣው እርከን በታች እንኳ ሆኖ ይህወት ያላቸውን ፍጥረቶች እንደሚጎዳ አሳይተዋል :: the Damage goes well beyond the human race, as there is abundant evidence of harm to diverse plant- and wildlife and laboratory animals, the WHO’s International Agency for Research on Cancer (IARC) በ 2011 ባወጣው ጥናት መሰረት ከ 30 kHz - 300 GHz መጠን ያላቸው የ RF radiation of frequencies በሰው ልጅ ላይ ካንሰርን እንደሚያመጡ በጥናት አረጋግጧል ሰለዚ ጥናት እዚጋ ማንበብ ትችላላቹ፣ http://www.iarc.fr/en/media-centre/pr/2011/pdfs/pr208_E.pdf . የ 5ጂ ጨረር ካንሰርን እንደሚያመጣ ተረጋግጦ መረጃ ይዛቹ እየጠየቃቹ ፣ እነሱ ግን ለማየትም action plan ለመውሰድም ፍቃደኛ አይደሉም

የሬዲዮ ፍሪኩዌንሲ ጨረር ጎጂነት ሚያሳዩ More than 10,000 peer-reviewed scientific studies አሉ የሰው ልጅ ላይም ከሚያስከትሉ ችግሮች ውስጥ ከታች ያሉት በጥቂቱ ይገለፃሉ ፣ #የሰውነት ክፍሎች ላይ እብጠት, #የማየት ችግሮች ትኩረት ማጣት #ጭንቀት
ለ ልብና በሽታ ፣ ለየካንሰር፣ለእንቅልፍ ማጣት ፣ለ ከባድ እራስ ህመም ፣ ለሰውነት መዛል፣ የማየት ችግር፣ መሃንነት ፣የጭንቅላት ካንሰር ፣ alzheimer ፣ brain fog ፣ ሰኳር #የልብ ምት ለውጥ፣ #Altered gene expression #Altered metabolism, #Altered stem cell development, #Cancers, #DNA DAMAGE ,#brain tumors #Learning and memory loss #Neurological damage #Oxidative stress, #Impaired sperm function and quality ዋና ዋና ዎቹ ናቸው ። በይበልጥ ደሞ እነዚህ መርዛማ ጨረሮችየዲ. ኤን.ኤ ጉዳት እና የዘረመል ቅየራ (Genetics mutation) ያስከትላሉ። እንዲሁም የሴትና የወንድ ልጆችን ዘረመር በማበላሸት መሀን የማረግ አቅም ኣላቸው፡፡ ይህ ን ያህል የ 5ጂ frequency ጤና ላይ ከሚያስከትላቸው ጠንቆች በተጨማሪ የ ኦክስጅን absorption spectrum , affect በማረግ የ የ ኦክስጅን molecular orbit of electron , በማስተጓጎል hemoglobin ከ ኦክስጅን ጋር bind እንዳያረግ ያረገዋል። ያ ማለት የ hemoglobin ከ ኦክስጅንን bind አርጎ ለሰውነታችን oxygenን ማስተላለፍ እንዳይችል ስራውን ያስተጓጉለዋል ፣ ኦክስጅን በ ሰውነታችን ውስጥ በ በ ስራዓቱ መጓጓዝ ያቆማል.. ይህ ሲሆን ደሞ ውጤቱ it will be death by suffocation .. ልክ ቻይና ዉሃን ላይ እንደተከሰተው.
628 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 21:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-05-02 09:14:58
706 viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 06:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ