Get Mystery Box with random crypto!

Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) — የቴሌግራም ቻናል

የቴሌግራም ቻናል አርማ farraailluminaatii — Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) F
የቴሌግራም ቻናል አርማ farraailluminaatii — Farraa ILLuminaattii (The Killuminati)
የሰርጥ አድራሻ: @farraailluminaatii
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 660 (መረጃው እስከ 14.10.2026)
ተመሳሳይ ቻናሎች ያልተመደበ
የሰርጥ መግለጫ

🔑��Kaayyon keenya hammeenyaa waldaleen iccitii seexanaa rawwatan saaxiluudha�� 👉yaada yoo qabatan👇👇👇 @Thehacher 👆👆👆Yaada keessanif👆👆 👇 👇👇👇👇 👇👇👇👇 👇👇 https://www.facebook.com/groups/283958202783011/ 👇 Mul'ata yoh ;-13:18👇


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

20 juuni 2022
Teknooloojii Seexaniicha
# Reposted
TOKKUMMAA 5G FI 666!
...
››“Ani dafee nan dhufa; namni tokko illee gonfoo mo'ichaa isa kan keetii si duraa akka hin fudhannetti, isa qabdu jabeessii eeggadhu'!”
— Mul. 3:11
“"Sabni koo karaa ittiin na beeku waan dhabeef balleeffame"
Raajicha Hose'a 4:6
Tekinooloojiin 5G tekinooloojii 4G daran fooyyeessuuf kan kalaqame yoo ta'u 4G caalaatti harka kudhan saffisaadha. 5G ofii isaatii 666 utuu hin taane, hojii 666 milkeessuudhaaf wiirtuu ta'ee kan tajaajilu kalaqadha guddaadha.

Akkamiin?

√√ Bilbila harkaa 5G qabu yoo qabaatte bakka deemtu hundumaa qabattee deemuu sin barbaachisu, mana kee keessee deemta. Garuu "MicroChip" gogaa kee keessa awwaallattee qabaachuu qabda. MicroChip kanaan bilbila siif bilbilamu deebisuu dandeessa, akkasuma nama barbaaddeef utuu bilbila harkaa hin qabaatin bilbiluufii dandeessa.

MicroChip sammuu kee dubbisa, akkasuma waan ati fuula duratti gochuuf jettus ni beeka. Kanaaf nama ati bilbiluufiif deemtu akkasumas waan ati bilbiltee dubbattu mara ni beeka jechuudha.

5G qabaattee akkasuma MicroChip awwaallattee yoo jiraatte "Passport" utuu hin qabaatin addunyaa mara imaluu dandeessa, akkasumas baankii addunyaa kana irra jiran mara utuu qaamaan bira hin jiraatin taajaajilamuu dandeessa. Kana jechuun bakka jirtu jiraattee addunyaa kana irratti bittaa fi gurgurtaa raawwachuu dandeessa jechuudha.

»’’Mul'ata yoh ;-13:16-18 dubbiftee beektaa?
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Bineensichi namni hundinuu, xinnaan, guddaan, sooressi, hiyyeessi, birmaduun, garbis harka mirgaa irratti yookiis adda irratti gubaa akka qabaatu in gochisiisa.
¹⁷ Kana gochuun isaas namni gubaa bineensicha isa duraa, isa maqaa isaa yookiis lakkoobsa maqaa isaa argisiisu of irraa yoo qabaate malee, bituus gurguruus akka hin dandeenyeef.
¹⁸ Mul'ata yoh ;-13:18
Kana keessatti ogummaan in barbaadama; lakkoobsi kun maqaa namaatiif waan dhaabatuuf, namni sammuu qabu lakkoobsicha lakkaa'ee bira ga'uu in danda'a; lakkoobsi isaa immoo dhibba ja'aa fi jaatamii ja'a.

.≈Wangeelli keenya akeekkachiisa kana waggoota 2000 fuula dura nuuf kennee jira.
..
Kristiyaanonni yaada MicroChip bitachuun awwaallachuu akka hin fudhanne Bill Gates faa waan beekaniif namni kam iyyuu talaallii dhibee daddarbaa amma addunyaa raasaa jiru kanaa fudhachuu qaba jechaa jiru. Adda dureen dhimma kana sochoosaa kan jiran garee iccitaawaa addunyaa kanaa kan taa'an "Freemason" warra jedhaman gartuu kan akka Bill Gates fi mootota addunyaa kanaa bebbeekamoo baayyeen keessatti argamaniiti.

Freemason hangafa Illuuminaatii Seexanicha addunyaa kanaati.
Kutaa darbee keessatti wa'ee freemasonota bayyinaan isinif ibsun ko ni yaadatama.

»» Talaallii kana nama hundumaaf harka irra kennuuf qophaa'aa kan jiran yeroo ta'u, talaallii kana keessa dhoksuun "MicroChip" awwaaluuf deemaa jiru. MicroChip'n ofitti fudhanne jechuun utuu hin jaallatin maallattoo bineensichaa 666 godhaneerraa jechuudha. Kana kan goonu yoo ta'e akeekkachiisa Mul'ata 13 irratti nuuf kenname waan cabsineef Seexanicha isa dhagaa boba'u keessatti gubachuuf jiru waliin gubachuuf jirra jechuudha. Oolee utuu hin bulin tooftaa kanaan Seexanni addunyaa kana weeraruuf dhufaa waan jiruuf yaa Uummataa dammaqaa!

Akkasuma gareen iccitawoo addunyaa ergama seexanaa fiixaan baasan kun dhibee uumuun addunyaatti facaasanii akkasumas immoo furmaata isaa barbaadu. Ergamni isaaniis kan of keessatti qabatee jiru:

√ Rakkoo☞Tarkaanfii☞Fala dha!
Kana jechuun rakkoo tokko erga uumanii booda, fala jedhanii uummata amansiisuun hadhaa'a sabni dhuguu hin qabne obaasu.

Fakkeenyaaf, Koroonaa uumaniiru, kun rakkoodha. Koroonaa kana dhaabuuf talaallii barbaadu, kun tarkaanfiidha. Talaalliin argameera namni kamiyyuu yoo talaallii kana fudhate malee hin du'a jedhu. Kun ammoo fala! Egaa eenyutu kana irraa hafa jettanii yaaddu? Kaayyoo isaanii dhaabuu hin dandeenyu, sabani isaa Waaqayyoo dhaabaa nuun hin jenne. Garuu kan gochuu qabnu dhaloota huubachiisuun akka of eeggatu taasisuudha.
1.1K viewsMaaranaataa 27 Anti-MicroChip, 06:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ

ተደጋግመው የሚነሱ ጥያቄዎች

ስለ Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) በተደጋጋሚ የሚነሱ ጥያቄዎች

Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) (@farraailluminaatii) በ Telegram Store ካታሎግ ውስጥ የተዘረዘረ የቴሌግራም ቻናል ነው። በዚህ ገጽ ላይ ያለው «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» አዝራር ቻናሉን በቴሌግራም በኩል ይከፍታል።
በዚህ ገጽ ላይ «ወደ ቻናሉ ይሂዱ» ይጫኑ ወይም በቴሌግራም @farraailluminaatii ብለው ይፈልጉ። ቻናሉን አሁንም መቀላቀል ይቻል እንደሆነ ቴሌግራም ራሱ ያሳያል።
የ Telegram Store ካታሎግ ለዚህ ገጽና ሊንክ ክፍያ አይጠይቅም። ቻናሉ ነፃ መሆኑን የሚወስነው በቴሌግራም ላይ ባለቤቱ ነው።
በካታሎጉ ውስጥ ለ Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) 660 ተመዝጋቢዎች ተመዝግበዋል (መረጃው እስከ 14.10.2026)። የአሁኑ ቁጥር በቴሌግራም ይታያል።
በካታሎጉ ውስጥ የ Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) ቋንቋ አማርኛ ተብሎ ተመዝግቧል።
አዎ፣ ተመሳሳይ ቻናሎች በዚህ ገጽ ከታች ተዘርዝረዋል።
ይህ ገጽ ስለ Farraa ILLuminaattii (The Killuminati) የካታሎግ መረጃና የቻናሉን ሊንክ ያሳያል። ልጥፎቹ ራሳቸው በቴሌግራም ይነበባሉ።
Farraa ILLuminaattii... avatar
Farraa ILLuminaattii... @farraailluminaatii
በቴሌግራም ይክፈቱ