Get Mystery Box with random crypto!

Dr FOZI DENTAL CLINIC

የቴሌግራም ቻናል አርማ drfozi — Dr FOZI DENTAL CLINIC D
የቴሌግራም ቻናል አርማ drfozi — Dr FOZI DENTAL CLINIC
የሰርጥ አድራሻ: @drfozi
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.36K
የሰርጥ መግለጫ

Because your smile is important to us!

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-04-02 23:15:48
924 views20:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-03-11 16:22:56 Telegram link https://t.me/DrFozi
741 views13:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-03-11 16:18:41 Channel name was changed to «Dr FOZI DENTAL CLINIC»
13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-03-11 16:18:03 Channel photo updated
13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-03-11 16:15:14 Channel name was changed to «Dr Fozi Dental Clinic»
13:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-10-21 19:31:47 https://www.facebook.com/480533302386027/posts/1297155167390499/
808 views16:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-10-01 20:08:51
IRREECHI IRREE KOOTI!

Irreechi ayyaana Oromoo kan Waaqa galateeffannaafi kadhannaati. Ayyaanni Irreecha wayaa aadaan faayamanii harka marga jiidhaa qabatuun kabajama. Yeroo malkaa bu'an ykn tulluu bahan, haati golaa siinqee qabatte, caaccuu naqatte mareewoo, yaa mareehoo jechuun dura deemu. Abbaa Gadaan immoo bokkuu qabatee, kallacha hidhate Abbaa Duulaan durfamuun hordofu. Shamarraniifi dargaggoonni dhiichisaa ykn jeekkaraa deemu.

BAGA GEESSAN!
AYYAANA GAARII
877 views17:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-09-29 19:07:40
661 views16:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-09-24 18:58:47 FOOLII AFAANII BADAAN

➢maaliin dhufa?
➢Furmaanni isaa hoo?
Qulqullina afaan keenyaa guyyaa guyyaatti eeggachuu yoo baanne
Nyaanni afaan keenya keessatti hafu ilkaan gidduu fi arrabarratti yeroo muraasa booda baakteeriyaa
horuudhaan foolii afaan keenyaa balleessuu danda’a.
Dhukkuboota irga ilkaanii fi oorii ilkaanii, Keemikaalota baakteriyaarraa gadi lakkifamaniin yoo ilkaani fi irgi ilkaanii keenya miidhame.Keemikaalotni
baakteeriyoota kanneenirraa gadi lakkifamu ilkaani fi foon ilkaanii irratti boolla uumuun yoo yaalamuu baanne,
ittuma fufiinsan kan miidhaa geessisanii fi
qulqulleessuu qofaan kan hin dhaabbanne ta’an.
Goguu afaanii,
Hancufni afaan keenya keessatti oomishamu afaan foolii gaarii akka qabaatuuf gahee guddaa taphata.Kanas kan godhu asiidii baakteeriyootaan uumaman callabbeesuu fi
seelota du’an afaan keessaa dhiqee
baasuudhaani.
Afaan kan goguu danda’u sababa adda addaa kanneen akka “side effect” qorichoota dhukkuba biraaf
fudhatamanii ( antihistamines, diuretics and others),
yeroo dheeraaf funyaaniin dhiisanii afaaniin harganuu,dhuukkuba xannacha hancufaa fi kan biraa ta’uu danda’a.
Dhukkuboota qaama keessaa
kanneen akka, infeekshinii qaama hargansuu( pneumonia, bronchitis), infeekshinii saaynasii
(sinusitis), toonsilii (tonsillitis), fi kkf.
Tamboo xuuxuu (smoking tobacco)
Araada tamboo xuuxuu yoo qabaanne foolin afaan keenyaa alaalaa nama ari’a.
FURMAATNI ISAA:-
Guyyaa guyyaatti yoo xiqqaate #si'a_lama ilkaan keenya #saamunaa_ ilkaaniitiin ganama akkuma hirriibaa kaanenii fi galgala hirriibaaf gara siree deemuu keenyaan dura qulqulleeffachuun barbaachisaa dha.


#Nyaanni_ guyyaa_ nyaatame_ hirbaata_ dabalatee hafteen isaa halkan afaan keenya keessa akka hin bulle yeroo rafuuf jennu qulqulleessuun dirqama jechuudha.

Yeroo qulqulleeffannu biruushiin nuti itti
fayyadamnu,#ilkaan_ irra_ keessa qulqulleessa malee ilkaan #gidduu
waan_ hin_ seenneef, #fo’aa_ ykn_ kirrii_ qal’oo harka keenya lamaaniin #gamaaf_ gamana ishii qabnee ilkaan
#gidduudhaa nyaata ittiin baasuu qabna.
Arraba keenya qulqulleeffachuu dagachuu hin qabnu.

Namoonni baay’en ilkaan malee afaan
akkamiin qulqulleeffama jedhu.
Haata’uutii waan qara hin qabneen gubbaa
arraba keenyaa suuta haquu dandeenya. #Duubni_ biruushii_ ilkaaniifaa kanaaf iddoo qaba.
Bruushii ittiin ilkaan qulqulleeffannu yoo
xiqqaate #ji’a_ lama keessatti #altakka jijjiiruu qabna.
Afaan keenya akka hin gogne #haancaa/
maastikaa (gum)kan sukkaara of keessaa hin qabne alanfataa deemuun gaariidha.
Yoo “side effect” ( miidhaa cinaa) isinirraan qorichoota dhukkuba biraaf kennamaniitu fide ta’e, osoo deemnee
ogeessa fayyaa jalqaba qoricha sana nuuf ajaje hin haasofsiin qoricha addaan kutuun gonkuma sirrii miti.
Yoo kana hunda gootanii, foolin afaanii
badaan isinirraa
baduu dide, mana yaalaa deematanii ilaalamuun gaarii dha.
GALATOOMAA
790 views15:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ