Get Mystery Box with random crypto!

IRREECHI IRREE KOOTI! Irreechi ayyaana Oromoo kan Waaqa galat | Dr FOZI DENTAL CLINIC

IRREECHI IRREE KOOTI!

Irreechi ayyaana Oromoo kan Waaqa galateeffannaafi kadhannaati. Ayyaanni Irreecha wayaa aadaan faayamanii harka marga jiidhaa qabatuun kabajama. Yeroo malkaa bu'an ykn tulluu bahan, haati golaa siinqee qabatte, caaccuu naqatte mareewoo, yaa mareehoo jechuun dura deemu. Abbaa Gadaan immoo bokkuu qabatee, kallacha hidhate Abbaa Duulaan durfamuun hordofu. Shamarraniifi dargaggoonni dhiichisaa ykn jeekkaraa deemu.

BAGA GEESSAN!
AYYAANA GAARII