Get Mystery Box with random crypto!

Guyyaa 27/06/2015 A.L.I Beeksisa Barattoota qormaata biyyooles | Bule Hora University

Guyyaa 27/06/2015 A.L.I
Beeksisa
Barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014'tti qoramtanii qabxii seensaa kan (Remedial Programme) sagantaa fooyya'iinsaa argachuun Yuunivarsiitii Bulee Horaatti ramadamtan hundaaf.
Guyyaan galmee Bitootessa 4 fi 5 bara 2015 yoo ta'u,
Barattoonni haaraan yeroo galmeef dhuttan፦
 Kaardii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 8ffaa Orjinaalaafi koppii isaa
 Sertifikkeettii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Orjinaalaafi koppii isaa
 Tiraankiriiptii kutaa 9_12 Orjinaalaafi koppii isaa.
 Suuraa qomaa olii 3*4 isa afur
 Woyaa boojjii ykn qorraa,
 Waan afattanu ansoolaa,
 Uffata ispoortii qabattanii akka dhuttan gamanumaan isin beessinya.
Hubachiisa;
Barataan guyyaa jedhame dursee dhufeef dabarsee dhufeYuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu isaa isin hubachiinna.
Odeeffannoo dabalataatiif Weebsayitii Yuunivarsiitichaa www.bhu.edu.et’n ilaaluu ni dandeettu.

Daayirektoreetii Riijistiraaraafi Almuunayii
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.


ቀን 27/06/2015 ዓ.ም
የጥሪ ማስታወቂያ
በ2014ዓ.ም የ12ኛ መልቀቂያ ፈተና ተፈትናችሁ የሪሚዲያል ፕሮግራም ለመከታተል በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ መጋቢት 4 እና 5 /2015 ዓ.ም ለተከታታይ ሁለት ቀናት ብቻ መሆኑን ዩኒቨርሲቲዉ ያሳዉቃል ።
ተማሪዎች ወደ ዩኒቨርሲቲዉ ስትመጡ ፦
 ከ9ኛ-12ኛ ክፍል ያለዉን ትራንስክሪፕት ኦሪጂናል እና ፎቶ ኮፒ ፣
 የ8ኛ እና የ12ኛ ክፍል የትምህርት ማስረጃ ኦሪጂናል እና ፎቶ ኮፒ ፣
 አራት 3*4 ፓስፖርት ሳይዝ ጉርድ ፎቶግራፍ፣
 የሌሊት አልባሳት፣አንሶላ፣የትራስ ጨርቅ እና
 የስፖርት ትጥቅ ይዛችሁ እንድትመጡ ዩኒቨርሲቲዉ እያሳወቀ ከተባለዉ ቀን ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ ለሚመጣ ተማሪ ዩኒቨርሲቲዉ የማያስተናግድ መሆኑን ይገልጻል።
ለበለጠ መረጃ የዩኒቨርሲቲዉን ድረ-ግጽ
www.bhu.edu.et መጎብኘት ይቻላል
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ሬጂስትራር እና አልሙናይ ዳይሬክቶሬት

ለላቀ ለዉጥ እንተጋለን!